More

    Gaafa Afrikaa

    Muummee Ministeraa ta’uudhaaf kan Lammaa Magarsaa irra muuxxannoos ta’ee dandeettii qabu hin jiru

    Biyyoota heddu keessatti kaadhimamaa pirezidaantii/muummee ministeraa taánii dhiyaachuudhaaf akka muuxxannoo cimaatti kan ilaallamu tokko muuxxannoo naannoo bulchuu qabaachuudha. Seenaa keessatti pirezidaantii Ameerikaa heddu (Bil...

    Sirna ce’umsaa Afrikaa Kibbaa irraa maal baranna?

    Injifannoon harka nu seentee jirti. Hunda caalati ammoo kan jirru Finfinnee fi naannoo isiiti. Imala hafte malaan itti deemuun dirqama. Bilchina siyaasaatis. Kun osoo...

    Haylamaaram Dassaalenyi aangoo gadi lakkisuudhaaf xalayaa galfate

    Haylamaaram Dassaalenyi, Muummeen Ministera Itoophiyaa, aangoo gadi lakkisuudhaaf xalayaa galfachuun isaa beekame. Haylamaaran Dassaalenyi aangoo Muummee Ministeraa fi barcumaa dura taa'aa ADWUI gadi ni dhiisa. Haylamaaram...

    Hiriirri mormii fi lagannaan gabaa Oromiyaa keessatti bal’inaan geggeeffamaa jira

    Guyyaa har'aa hiriirri mormii fi lagannaan gabaa Oromiyaa keessatti bal'inaan geggeeffamaa jira. Ambo, Shaashamannee, Woliso, Burrayyu, Gimbii, Roobe, Ciroo, Naqamte, Awwadaay, Dambii Doolloo, Jimma,...

    Ummata Hammarreessaa irratti ajjeechaan suukkanneessaan raawwatame

    Harar kaampii Hammarreessaatti tarkaanfii gara jabeenyaa woraanni fudhateen ilmaan Oromoo 8 wareegamaniiru. Madoo fi wareegamtoonni hedduun buufata fayyaatti guuramani jiru. Dubartoonni, qeerroo, qarree fi...

    DhDUO’n Jaarmayaalee Oromoo hunda waliin hojjachuuf qophii ta’uu isii ibsite

    DhDUOn marii Adaamatti  geggeessaa jirtu irratti jaarmayaalee siyaasa Oromoo hunda, kanniin biyyaa fi biyyaan ala  jiran, waliin hojjachuudhaaf qophii ta'uu isii ibsite. DhDUO'n murtee...

    Magaalaan Ambo Dr. Mararaa fi qabsaayota hidhaa bayaniif simannaa oo’aa goote

    Magaalaan Ambo, dachiin goototaa fi sabboontotaa, guyyaa har'aa Dr. Mararaa fi qabsaayota hidhaa bayaniif simannaa oo'aa taasiste. Ummanni Oromoo kumaatamaan daanditti bayuudhaan simannaa Dr....

    Mootummaan Woyyaanee waadaa seene cabse

    Hidhamtoota siyaasaa 115 qofatu hiikama Mootummaan Woyyaanee hidhamtoota siyaasaa kumaatamatti laakkawaman keessaa 115 qofa akka gadi lakkisu ifa godhe. Akka ibsa Ob.Geetaachoo Ambaayeetti gadilakkifamuudhaaf ulaagaalee...

    Hidhamtoonni siyaasaa hundi akka gadilakkifaman Haylamaaram Dassaalenyi beeksise

    #BaqqalaaGarbaa, #DrMararaaGuddinaa fi hidhamtoonni siyaasaa hundi hiikamuuf. Jaarraa ilaalcha siyaasaa adda ta'e qabaachuu qofaaf hidhamuu fi gidiramuutti aduun dhiyaarti. Baga gammaddan! Hidhamtoonni siyaasaa adabbiin itti murtaayee fi...

    Latest articles