More

    Siyaasa

    Ameerikaa Maaltu Hundaan Walitti Isii Buusa? Xiinxalla gadifageenyaa

    Ameerikaa Maaltu Hundaan Walitti Isii Buusa? https://youtu.be/a-TRjnhOeLs?si=BZ_hPClfdSN9qcrg Ameerikaan taariifa biyyoota addunyaa hunda irratti gatti. Biyyoota heddu qoqqobbbii diinagdeen rakkifti. Biyyoota heddu waraanaan burkuteessiti. Garuu maaltu Ameerikaa...

    Iraan maaliif Araboota irratti xiyyeeffatte?

    Iraan maaliif Araboota irratti xiyyeeffatte? Xiinxalla gadifageenyaa!! https://youtu.be/mcYrWSrPb0Y Waraanni Ameerikaa fi Israa'el Iraan irratti labsan baatii tokko guute. Garuu yeroo kanatti halleellaan Iraan biyyoota Arabaa irratti...

    Ethiopian PM rebuffs mediation attempts as Tigray deadline nears

    Abiy Ahmed faces growing calls to end conflict that threatens to destabilise eastern Africa Abiy Ahmed, the prime minister of Ethiopia, has forcefully rejected efforts by...

    Tarkaanfiin Irreecha Finfinnee fi Arsadii irratti fudhatame qaama sabboonummaa, tokkummaa fi duudhaa Oromoo ajjeesuuti

    Abbootiin Gadaa bitamuu ykn shira PPn gowwoomuu hin oolle Irreechi Hora Finfinnee fi Arsadii, inni bara 2020/13, irreeffatamee irra yaadatame waan jedhutu ibsa. Kunis sababa...

    Paartii bu’uuressuuf mallattoo barbaachisuu gara 4000 ol guddisuun bibixxiilamiinsa hir’isuu mala

    Naannoo Oromiyaatti paartii haarawa bu'uuressuuf mallattoon 750 gayaa ture. Maqaa paartii biyyoolessaa jedhu gonfachuuf mallattoo 1500 wolitti qabachuu qofa gaafata ture. Kun, sadarkaa Oromiyaattis...

    Manniin barnootaa 32 ol keessatti qormanni kutaa 12ffaa hatameera

    Gosi barnootaa hatamee fi qabxiin galmeeffame bakka hundatti wolfakkaata. Kun  qormaannii Finfinnee irratti hatamuu isaa mirkaneessa. Manniin barnoota naannoo Amaaraa qormanni itti hatame ykn deebiin...

    Filannoof baatii 9tu hafe. Hegereen Finfinnee maal ta’uuf?

    Filannoo ifaa fi walaba ta'e geggeessinaan  Finfinneen gara Baaldaraas/ABN deemuuf; sanuu kan yoom akka deebitu hin beekamne. Filannoon biyyoolessaa woggaa dhufu baatii Caamsaa keessa geggeeffamuuf...

    Finfinneen weerara lafaa qindaaye jalatti kufte

    Weerara kana fashalsuu fi daaraa isaan kaasuu malanitti bishaan firfirsuuf Inj Taakkalaa cinaa dhaabachuu qabna Weerarri lafaa bifa qindaayeen magaalaa Finfinnee irratti geggeeffamaa jira. Yeroo...

    Kitaabni ‘Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa’ jedhu gabaa irra oole

    Kitaabni mataduree 'Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa' jedhu eebbifamee gabaa irra ooleera. Kitaabichi kan eebbifame Ebla 3, 2019 Finfinnee Galma Giddugala...

    Latest articles