More

    Ameerikaa Maaltu Hundaan Walitti Isii Buusa? Xiinxalla gadifageenyaa

    Ameerikaa Maaltu Hundaan Walitti Isii Buusa?

    Ameerikaan taariifa biyyoota addunyaa hunda irratti gatti. Biyyoota heddu qoqqobbbii diinagdeen rakkifti. Biyyoota heddu waraanaan burkuteessiti. Garuu maaltu Ameerikaa akkas maraacha, tasgabbii isii dhabsiisa? Maaltu hunda akka ciniintu, maraan akka walitti buutuuf isii dirqisiisa? Viidiyoon kun gaafilee kanaaf deebii qabaa hordofaa. #Ameerikaa #USA #Petrodollar #WalwaraansaJiddugalaBahaa #WaraanaIraan

    Admin
    Adminhttps://www.walabumedia.com/
    Researcher & blogger. Focus on Ethiopia, Oromia and the Horn of Africa. 2 Inspire Qubee Generation & Empower Afan Oromo speakers! For story tips, naqunnamaa. email awaashpost@gmail.com

    Latest articles

    Related articles

    Leave a reply

    Please enter your comment!
    Please enter your name here

    This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.