siyaasa Oromoo.kitaaba haarawa

Kitaabni ‘Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa’ jedhu gabaa...

0
Kitaabni mataduree 'Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa' jedhu eebbifamee gabaa irra ooleera. Kitaabichi kan eebbifame Ebla 3, 2019 Finfinnee Galma Giddugala...

Gaafa Woyyaaneen tooftaa keennatti gammadde tooftaa keenna bira rakkoon jira jechuudha

0
Hiriirri amma adeemaaru ajjeechaan akka nurraa dhaabatuuf kan yaadame ta’us, hiriirri kun geggeeffamuu isaattii, hunda caalatti, kan gammade TPLF/Woyyaaneedha. Woggaa 2 dura qaamni akka...

Rakkoo Lixa Oromiyaaf falli raayyaa ittisa biyyaati

0
Raayyaan ittisa biyyaa waraana karaa daangaa Somaaleetiin nurratti labsamee ture hir’isuu irratti shoora guddaa taphateera. Har'a waa'ee Liyyuu Poolisii Somaalee, humna guyyaa guyyyatti dhiiga...

TPLF jijjiiramaaf qophiidhaa miti jetti

0
TPLF hawwii ummanni Itoophiyaa jijjiiramaaf qabu simachuuf qophii akka hin taane ifa goote. Kun ifa kan ta'e kora TPLF 13ffaa tibbana Maqaletti geggeeffame irratti. TPLF...

Kilaashiin 40 seensa Finfinnee irratti too’annaa jala oole

0
Kallattii Sulultaan gara Finfinneetti seenaa kan ture Kilaashiin 40 too'annaa jala oole. Kanaan alattis shugguxuii 50tu qabame. Poolisiin Oromiyaa hujii boonsaaf galata qabu. Dhiiroo jarreen...

Diraamaa biraa: Shirri G7 hin milkaayu

0
Woyyaaneen jalqabatti Wotaritti nama fixxe. ABOtu kana godhe jette. Itti aansitee Baddannotti ummata fixxe. Ammas, ABOtu kana godhe jette. Kaayyoon isii Amaaraa fi Oromoo...

Maaltu ta’aa jira?

0
Wanti ta'aa jiru ifa. Humnoonni kufaatii Oromoo malee miilaan dhaabachuu isaa arguu hin hawwinne, Oromoo bulchuu malee Oromoo waliin biyya bulchuu hin feene kallattii...

Dr Abbiyyii fi Ob Isaayyaas woliigaltee nagaa, diinagdee fi dippiloomaasii mallatteessan

0
Daawwannaa ministerri muummee Itoophiyaa, Dr Abiyyi Ahmad, Ertiratti godhe hordofee biyyoonni lamaan woldhabdee woggaa 20’f turetti xumura godhuu fi boqonnaa haarawa saquuf murteessuu isaanii...

Manni marii Itoophiyaa Labsii Yeroo Muddamaa kaase

0
Manni Marii Itoophiyaa Labsii Yeroo Muddamaa (LYM) baatii afuriif ture guyyaa har'aa kaase. LYM kun kan ka'e haalli nageenya biyyattii abdachiisaa ta'uun isaa erga...

Jilli hooggana ol’aanaa ODF/ADO Kiibxata gara Finfinneetti imala

0
Jilli hoogganootaa ol'aanaa ODF/ADO Kiibxata gara Itoophiyaatti akka imaluu fi guyyaa Roobii magaalee Finfinnee akka seenu beekame. Jilli kuni kan gara biyyaa imaluuf haala biyyatti...
104,243FansLike
1,963FollowersFollow
1,460SubscribersSubscribe