More

    Iraan maaliif Araboota irratti xiyyeeffatte?

    Iraan maaliif Araboota irratti xiyyeeffatte? Xiinxalla gadifageenyaa!!

    Waraanni Ameerikaa fi Israa’el Iraan irratti labsan baatii tokko guute. Garuu yeroo kanatti halleellaan Iraan biyyoota Arabaa irratti geggeessite ulfaataa ture. Iraan maaliif biyyoota Arabaa irratti xiyyeeffatte? Viidiyoon kun gaafii kanaaf deebii gadi fageenyaa qaba. Rakkoo Arabootaa fi Iraan isa seenaa, siyaasaa fi amantaa irrattis ibsa baldhaa qabaa hordofaa.
    Admin
    Adminhttps://www.walabumedia.com/
    Researcher & blogger. Focus on Ethiopia, Oromia and the Horn of Africa. 2 Inspire Qubee Generation & Empower Afan Oromo speakers! For story tips, naqunnamaa. email awaashpost@gmail.com

    Latest articles

    Related articles

    Leave a reply

    Please enter your comment!
    Please enter your name here

    This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.