More

    featured

    Ameerikaa Maaltu Hundaan Walitti Isii Buusa? Xiinxalla gadifageenyaa

    Ameerikaa Maaltu Hundaan Walitti Isii Buusa? https://youtu.be/a-TRjnhOeLs?si=BZ_hPClfdSN9qcrg Ameerikaan taariifa biyyoota addunyaa hunda irratti gatti. Biyyoota heddu qoqqobbbii diinagdeen rakkifti. Biyyoota heddu waraanaan burkuteessiti. Garuu maaltu Ameerikaa...

    Iraan maaliif Araboota irratti xiyyeeffatte?

    Iraan maaliif Araboota irratti xiyyeeffatte? Xiinxalla gadifageenyaa!! https://youtu.be/mcYrWSrPb0Y Waraanni Ameerikaa fi Israa'el Iraan irratti labsan baatii tokko guute. Garuu yeroo kanatti halleellaan Iraan biyyoota Arabaa irratti...

    Iskoolarshiippii (Scholarship) Argachuuf Wantoonni Murteessoo Ta’an isaan kanniin

    Carraa barnoota alaa argchuu https://youtu.be/RhPhefHhVJ0 Haawwii fi eebjuu Awurooppaa fi Ameerikatti barachuu qabduu? Iskoolarshiippii (Scholarship) argachuu feetuu? Viidiyoo kana keessatti, muuxxaannoo kootii fi haala qabatamaa irra...

    Ortodoksii fi Kaatolikii: Qoqqoodamiinsa Kiristaanaa Guddicha Bara 1054

    Kiristaana maaltu bakka heddutti gargar baase? https://youtu.be/GJ3O8Zoi24w Hordoftoonni amantaa Kiristaa hundi Iayyasuus akka Waaqa ta’etti hubatu. Ammas ilma Waaqaa akka ta’etti fudhatu. Fannoos qabatu. Egaa maaltu...

    Sunnii fi Shi’aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa)

    Kaliifotaa fi Imaamota, Madda Seeraa (Shari'aa), Mazhaba, Salaata, Ziyaaraa fi Ji'oopolitikaa irratti https://youtu.be/jlKfyKU8eJs?si=30PXkv5B6B7mVTeB   Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu...

    Sunnii fi Shi’aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii

    Islaama maaltu Sunnii fi Shi'atti gargarbaase? https://www.youtube.com/watch?v=pHnhmUc_KZc Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?...

    Seenaa Islaama Awurooppaa: Impaayera Osmaan (Türkiye)

    Imaayerri Osmaanii (Turkii) Kibba Baha Awurooppaatti seenaa maal hojjate? https://youtu.be/wCi-IOD8X1c   Seenaa Islaama Awurooppaa (Impaayera Osmaan (Türkiye)). Islam in Europe (Balkans) Islaamni waggaa 500 dura akkamitti gara...

    Seenaa Islaama Awurooppaa. Sisilii (Italy)

    https://www.youtube.com/watch?v=NLf_4H3_1GI&t=3s Seenaa Islaama Awurooppaa (Sisilii, Kibba Itilii). Islam in Europe (Sicily) Islaamni waggaa 1000 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate, tooftaa akkamiin naannoo Sisilii,...

    Islaamaa fi Awurooppaa: Seenaa Islaama Al Andaluus (Iberia)

    Seenaa Islaama Al Andaluus (Iberia/Spain) https://youtu.be/L7sR9GpSMvA Seenaa Islaama Awurooppaa (Al Andalus). Islam in Europe (Al Andalus) Islaamni waggaa 1000 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate,...

    Latest articles