More

    featured

    The best of Ali Birra Songs (non-stop) collection

    Sirboota Alii Birraa jaalatamoo (Ali Birra songs collection) https://youtu.be/QewTCnc_Al0?si=d9KzVJBOBUDzTfwk Sirboota Dr Alii Birraa jaalatamoo fi kan yeroon hin shaarre. Sirboota heddu bakka tokkotti walitti qabneerraa dhaggeeffadhaa...hojii...

    Dhugaatiin sukkaarri itti heddummaate dhibee sukkaaraa, onneefi kaansariif balbala saaqa

    Waan hedduu mi’aayu ykn sukkaara qabu jaalattuu? Itti yaadaa. Qorannon heddu yeroo adda addaatti kan ifa godhe nyataafi dhugaatiin sukkaarri itti dabalame fayyaa namaatiif...

    Ethiopian PM rebuffs mediation attempts as Tigray deadline nears

    Abiy Ahmed faces growing calls to end conflict that threatens to destabilise eastern Africa Abiy Ahmed, the prime minister of Ethiopia, has forcefully rejected efforts by...

    Tarkaanfiin Irreecha Finfinnee fi Arsadii irratti fudhatame qaama sabboonummaa, tokkummaa fi duudhaa Oromoo ajjeesuuti

    Abbootiin Gadaa bitamuu ykn shira PPn gowwoomuu hin oolle Irreechi Hora Finfinnee fi Arsadii, inni bara 2020/13, irreeffatamee irra yaadatame waan jedhutu ibsa. Kunis sababa...

    Ministerri Saayinsii fi Barnoota Sad Ol’aanaa raajii qabatee as baye!

    Fiigicha Irreecha irratti alaabaa ABO (Oromoo) qabachuu dhoorgan. Ajab jenne. Sun gahaa hin taane. Wanti biraa qophaayes jira adaa; nutu quba hin qabne malee....

    Paartii bu’uuressuuf mallattoo barbaachisuu gara 4000 ol guddisuun bibixxiilamiinsa hir’isuu mala

    Naannoo Oromiyaatti paartii haarawa bu'uuressuuf mallattoon 750 gayaa ture. Maqaa paartii biyyoolessaa jedhu gonfachuuf mallattoo 1500 wolitti qabachuu qofa gaafata ture. Kun, sadarkaa Oromiyaattis...

    Manniin barnootaa 32 ol keessatti qormanni kutaa 12ffaa hatameera

    Gosi barnootaa hatamee fi qabxiin galmeeffame bakka hundatti wolfakkaata. Kun  qormaannii Finfinnee irratti hatamuu isaa mirkaneessa. Manniin barnoota naannoo Amaaraa qormanni itti hatame ykn deebiin...

    Filannoof baatii 9tu hafe. Hegereen Finfinnee maal ta’uuf?

    Filannoo ifaa fi walaba ta'e geggeessinaan  Finfinneen gara Baaldaraas/ABN deemuuf; sanuu kan yoom akka deebitu hin beekamne. Filannoon biyyoolessaa woggaa dhufu baatii Caamsaa keessa geggeeffamuuf...

    Finfinneen weerara lafaa qindaaye jalatti kufte

    Weerara kana fashalsuu fi daaraa isaan kaasuu malanitti bishaan firfirsuuf Inj Taakkalaa cinaa dhaabachuu qabna Weerarri lafaa bifa qindaayeen magaalaa Finfinnee irratti geggeeffamaa jira. Yeroo...

    Latest articles