Xayyaarri Ruusiyaa biyya Masrii irratti kufe sababa boombiitiin jedhame

0
Xayyaarri Ruusiyaa biyya Masrii irratti kufe sababa boombiin ta'uu Ruusiyaan beeksiste. Hanbaan dhukaatuu ykn boombii qaama xayyaaricha caccabee fi meeshaa imaltootaa irratti argameera. Mataan humna...

Haleellaa magaalaa Paariis irratti geggeeffameen namoonni 129 du’anii 300 oli madoo...

0
Shororkaa suukkanneessaa eda magaalaa Paariis, Faransaay, liqimseen hanga ammaatti lubbuun namoota nagaa 120 galaafatameera. Namoonni 200 madoo ta'uun gabaafameera. Kanniin madaayan keesaa haalli namoota 80 yaachisaadha. Halkan...

Baqattummaa hanbisuuf Gamtaan Awurooppaa USD biliyoona 2 Afrikaaf laatuuf

0
Gamtaan Awurooppaa baqa ardii Afrikaa irraa gara Awurooppaatti godhamu hanbisuuf kan oolu gargaarsa doolaara Aeerikaa biliyoona 2 Afrikaaf waadaa seene. Kallattiin xiyyeeffannaa baqa hanbisuu...

Mootummaan abbaa-irree Miyaanmaar filannoodhaan moo’atamuu isaa ibse

0
Filannoo Dilbata kaleessaa Miyaanmaar keessatti geggeeffameen mootummaan abbaa irree (bulchiinsi humna woraanaa) kumee hedduuf biyyattii bulchaa ture injifatamiinsi hamaan isaa mudatuu amane. Bu’aan filannoo hanga...

Mootummaa ce’umsaa Burkiinaa Faasoo irratti fonqolchaan geggeeffame

0
Humni ittisa Burkiinaa Faasaa mootummaa cee'umsaa biyyattii irratti fonqolchaa geggeessuu isaa ifa taasise. Humni woraanaa tankaarfii kana mootummaa cee'umsaa Kanfaadoo irratti kan fudhate filannoo...

Gamtaan Awurooppaa labsii kootaa baqattootaa ifa godhe

2
Gurri oduun baqattoota Sooriyaa irraa gara Awurooppaatti ce'anii hinseenne, ijji gidiraa baqattoota Awuroppaa seenuuf yaalii godhan irra gayu hinargine jiraa laat? Oduun gaddaafi shororkaa...

AllAfrica: The change Muhamadu Buhari has brought to Nigeria with in...

0
Nationwide-wide electrical outages nearly shut down Africa's largest economy before the inauguration of President Muhammadu Buhari in late May. But now the lights are...

Naayjeeriyatti jiraattonni gandaa nama shorbaa hate jedhan jiraa gubanii ajjeesan

0
Namoonni sadi fooliin shorbaa gandaa ganamaan nujeeqe jedhan gara mana shorbaan keessaa urgaayuutti qajeelan. Mana shorbaan keessatti qophaayaa ture seenuudhaan  ibidda irraa shorbaa fudhatanii...

Dooniin Liibiyaa gara Xaaliyaanii imalaa turte dhidhimtee namoonni 40 ol dhuman

0
Oduun galaana Mediteraaniyaan silaa dhuma hinqabu. Dooniin baqattootaa Liibiyaa gadi lakkifte gara handaara galaana Xaaliyaaniitti qajeelte nagaan Xaaliyaanii gayuu hindandeenne. Doonii baqattoota humna isii...

Hidhattoonni garee Bokoo Haraam kaaba-baha Naayjeeriyaatti 150 ajjeesan

0
Hidhattoota garee Bokoo Haraam ta’uu hinoolle kanniin jedhaman kaaba-baha Naayjeeriyaatti namoota 150 oli ajjeesuun isaanii gabaafame. Ajjechaan jiraattota irratti raawwate kuni gochoota heduu suukkanneessaa...
104,243FansLike
1FollowersFollow
1,400SubscribersSubscribe