More

    Siyaasa

    Itti milkaayuu dhabus ODF biyyatti galuu kaayyoo qabsoo isaa kan godhate bara 2013

    Dhugaan dhugaadha. Dhugaan jaalalaa fi jibbaan haguugamuu hin qabdu. Dhugaan dubbatamuu, dhugaan seenaaf ol kaayamuu qaba. ODF (Oromo Democratic Front) bara 2013'tti kaayyoo qabsoo...

    Jijjiirama dhufaa jiru dhugoomsuudhaaf jaarmayaaleen keenna siyaasa anamalee keessaa saffisaan bayuu qaban

    Dimokraasiin akka dhufuuf, diigamiinsa jalaa uf baraaruudhaaf hundi keenya garee kana deeggaruu fi jajjabeessuun alatti, gareen kuni gara dimokraasiitti biyyattii akka ceesisuuf dhiibbaa godhuun...

    Woyyaaneen shiraan bulchiinsa Dr Abiyyi gufachiisuu fi abdii jijjiiramaa eebjuu taasisuuf wixxifataa jirti

    Alagaan Oromoof kufaatii malee milkii hin hawwu. Gareelee kufaatii Oromoof hawwan keessaa Woyyaaneen sadarkaa tokkooffaa irratti argamti. Woyyaanee keessatti jibbiinsaa fi tuffiin hoogganoonni TPLF,...

    Daawwannaan Dr Abiyyi godhu isaafis ta’ee Oromoof bu’aa siyaasaa guddaa qaba

    Dr Abiyyi, muummichi ministera Itoophiyaa, guyyaa har'aa daawwannaaf magaalaa Hawaasaatti argama. Guyyoota 24 darban keessatti, erga MM ta'ee as jechuudhaa, magaalota  7 daawwachuu isaati....

    Muummichi Ministeraa, Dr Abiyyi Ahmad, kaabinee haarawa dhaaban

    Muummichi Ministeraa, Dr Abiyyi Ahmad, kaabinee haarawa dhaabaniiru. Kaabinoota kana keessatti Ob Umar Huseen, itti-aanaa pirezidaantii Oromiyaa, Daayireektara Gaaliiwwanii fi Gumruuka Itoophiyaa ta'udhaan muudamaniiru....

    Dr Abiyyi kaabinee isaa boru paarlaamatti akka dhiyeessu beekameera

    Siraaj Fageessaa, barreessaan Komaand Poostii fi ministerri Ittisa Biyyaa, kaabinee muummicha ministeraa Dr Abiyyi keessatti akka hin ammatamne barame. Siraaj Fageessaa hanga daqiiqaa dhumaatti...

    Haasawa Dr Abiyyi Ahmad, muummichi ministera Itoophiyaa, magaalaa Ambootti godhan

    Haasaa Mummichi Minstra FDRI kab. Dr. Abiy guyyaa har’aa Magaalaa Ambootti taasisan • Kabajamtoota Aanga’oota Mootummaa Ol’aanoo • Kabajamtoota Ummata Magaalaa Amboo fi Naannawaa ishee • Kabajamtoota...

    Woraanni Agaazii Ayyaantuu Muhaammad irratti ajjeechaa suukkanneessaa raawwate

    Agaaziin lubbuu Ayyaantuu Muhaammad Shaanqoo bifa suukkanneessaa ta'een galaafatte. Ayynaatuun kan ajjeefamte Harargee Bahaa, magaalaa Qobbootti. Ayyaantuun ulfa turte. Gochi suukkanneessaan Ayyaantuu irrratti rawwatame...

    Ministerri Muummee, Dr Abiyyi Ahmad, miilaan gadi dhaabachuu fi aangoo isaa cimsachuuf dursa laatuu qaba

    Sirni woggaa 27f nurratti fe'ame maal akka fakkaatu beeka. Arii fi gubata Woyyaanee yeroo ammaatti keessa jirtu agarra. Jibbaa isaan Ob. Lammaa fi Dr...

    Latest articles