More

    Gaafa Afrikaa

    Muummichi Minsteraa Haylamaaraam Dassaalenyi kaabinee isaa ifa taasise

    Muummichi Ministera Itoophiyaa, Haylamaaraam Dassaalenyi, kaabinee miseensota 30 ufkeessaa qabu ifa taasise. Kaabineen  ammaa kuni ministeroota 26 fi daayireektaroota 4 kan ammateedha. Muummichi Minsteraa...

    Itoophiyaa keessatti laakkofsi namoota hongeef saaxilamanii miliyoona 7.5 gaye

    Itoophiyaa keesssatti laakkofsi ummata bara kana hongeef saaxilamanii miliyoona 7.5 dhaqqabuu isaa mootummaan amane. Akka ibsa mootummaatti laakkofsi namoota beelaaf saaxilamanii gargaarsa nyaata hatattamaa...

    Baankiin Biyyoolessa Itoophiyaa boordii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa haarawaan bakka buuse

    Torbaan darbe Baankiin Biyyoolessa Itoophiyaa hooggantoota Bankii Hojii Gamtaa Oromiyaa ijoo hujii irraa ari’uun niyaadatama. Ari’amuu isaanii hordofee, boordiin haarofni uumamuun isaas labsameera. Akka ibsa...

    Mootummaan Maaster Pilaanii Finfinnee hujiirra oolchuuf sochiirra jira, jedha Dr.Mararaan

    Maaster Pilaanii Finfinnee isa Oromoo biraa mormiin guddaan mudatee ture mootummaan hujii irra oolchuuf qophii irra jiraachuu isaa Dr.Mararaa Guddinaa VOA tti himaniiru. Maaster...

    Suudaan Mollaa Asgadoomii fi woraana isaa dabarsitee Itoophiyatti laatte

    Generaal Mollaa Asgadoomii fi woraana isaa mootummaan Suudaan dabarsee humna nagaa Itoophiyaatti laatuun gabaafame. Suudaan Mollaafi humna isaa kan gara Itoophiyaa deebifte guyyaa kaleessaati....

    BBC’n Afaan Oromootiinis akka tamsaasu waamichi dhihaate

    BBC'n tamsaasa Itoophiyaafi Eertiraa irratti fuulleffate akka eegaluuf deemu Fulbaana 7, 2015 labsee jira. Sababni BBC’n barbaachisummaa tamsaasa kanaaf dhiheesse ukkaamamiinsa miidiyaalee wolabaan wolqabatee...

    Baqqalaa Garbaa Woyyaaneen maaliif hiitee akkas itti taphatte?

    Hedduun keenya ob.Baqqalaa Garbaa osoo inni hinhidhamin dura irra jireessatti oduudhaan beekna. Yeroo inni mana hidhaa tureefi mana murtii deddeebi’us daran isa barre, waa’ee...

    Baqattoonni Itoophiyaa seeraan ala Keeniyaa keessatti argaman jedhaman 78 hidhaa baatii 3’n adabaman

    Manni murtii magaalaa Ma’u’aa, Keeniyaa, baqattoota Itoophiyaa 78 irratti murtii balleessaa dabarse. Manni murtii kuni baqattoonni balleessan kan jedhe 'seeraan ala' (hayyama  malee) Keeniyaa...

    Obaamaan yeroo Finfinnee daawwatetti hoteelaaf Birrii miliyoona 8 oli baasii godhe

    Obaamaafi jilli isaa Finfinnetti kan qubate Hoteela Hiiltan ture. Hoteelli Hiiltan guyyaa lamaaf guutummatti kan jila Ameerikaa prezidaant baaraak Obaamaan durfame ture jechuun nidanda’am....

    Latest articles