More

    Gaafa Afrikaa

    Lammiin Itoophiyaa xayyaara kutaa meeshaaa keessatti dhokatee Finfinnee Siwiidin seene

    Lammiin Itoophiyaa xayyaara bakka meeshaan itti fe’amu keessatti ufdhoksuudhaan Finfinnee irraa Stookoolm (Siwiidiin) seenuun isaa gabaafame. Hojjattoonni dirree xayyaara Stookoolm xayyaara Finfinnee Stookoolm quphate...

    Dararaan baqattoota Itoophiyaa ardii Awurooppaattis itti fufee jira

    Jireenyi baqaa lammiilee Itoophiyaaf haarawaa miti. Lamiileen biyyattii kan baqatan gara kallattii hundaatti: Afrikaa Kibbaa, Keeniyaa, Yaman, Suudaan, Jibuutiifi Somaaliyaan osoo hinhafin. Yeroo dhihoo...

    Manni murtii Itoophiyaa hoogganoota Muslimaa irratti adabbii woggaa 7 hanga 22 dabarse

    Manni murtii Itoophiyaa hoogganoota Muslimaa yeroo dheeraadhaaf mana hidhaa turan irratti murtii gannaa 7 hanga 22 kan murteesse guyyaa har’aati.  Akka murtii manni hidhaa...

    Gareen ABO Jen. Kamaal Galachuun hoogganamu maqaa haarawa moggaafate

    Gareen ABO Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu (ABO’n Jijjiiramaa) maqaa haarawa moggaafachuu isaa ibsa baaseen ifa godheera. Gareen kuni maqaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) jedhee...

    Dr. Merera Gudina Urges Barack Obama to Keep Up Pressure on Ethiopian Government

    US President Barack Obama's visit to Ethiopia, which saw him speak out against democratic restrictions, was positive but Washington must maintain pressure on the...

    Baaraak Obaamaan yeroo Finfinnee turetti maal maal jedhe?

    Prezidaantiin Ameerikaa Baaraak Obaamaan haasawa bal’aa galma Gamtaa Afrikaatti argamee godheen dhimmoota heddu irratti xiyyeefateera. Haasofni isaa irra jireessatti dhimmoota nageenyaa, diinagdee, dimokraasii, mirgaafi...

    Barack Obama urges Ethiopia to curb crackdowns on media, opposition

    (AP)-President Barack Obama urged Ethiopia's leaders Monday to curb crackdowns on press freedom and political openness as he began a visit that human rights...

    Senaatar Maarkoo Ruubiyoo Obaamaan dhimma mirga namaa Itoophiyaaf xiyyeeffannaa akka laatu gaafate

    Senaatariin biyya Ameerikaa Markoo Ruubiyoon, miseensa Koree Senetii Hariiroo Biyya-alaa, Perezidaantiin Ameerikaa Baaraak Obaamaa yeroo daawwannaa Itoophiyaa keessatti geggeessan dhimma mirga namaafi wolabummaa pireesii...

    Baqattoonni Itoophiyaa Yaman jiraatan ukkaamsamanii fudhatamaa jiru

    Akka gabaasa Dhaabbata Godaansa Idiladdunyaatti (IOM) baqattoonni lammii Itoophiyaa, irra jireessi isaanii Oromoo,  humnoota badiin ukkaamfamanii fudhatamaa jiru. Humnoonni daldala namaa irratti bobba’an kunniin...

    Latest articles