More

    Gaafa Afrikaa

    Itoophiyaan Raayyaa Woraana biyyattii 3000 oli Somaaliyaatti bobbaaste

    Raayyaan Humna Ittisa Itoophiyaa 3000 olitti laakkayamu  daangaa ce’ee Somaaliyaa seeneera, akka gabaasa VOAtti. Humni kuni garasitti kan ce’e Wixata dabree eegaleeti. Woraana biyyattii...

    EPRDF ammas teessoo paarlaamaa biyyoolessaa 546 dhuunfaachuu isaa Boordiin Filannoo ibse

    Dhaabbanni Itoophiyaa naannoo woggaa 25f bulchaa ture, Addi Worraaqsa Ummatoota Itoophiyaa (AWUI) ykn EPRDF, filannoo biyyoolessaa Caamsaa dabre keessa  tasifameen moo'achuu isaa Boordiin Filannoo...

    Ethiopia : a leadership in disarray (René Lefort-  republished )

    “Can you tell me who is in charge in the government?”, asks Tamrat Gebregiorgis, publisher of the reference weekly Addis Fortune, at the latest of the...

    Injifannoo EPRDF fi kallattii qabsoo hegeree paartilee karaa nagaan Itoophiyaa keessatti socho’anii

    Filannoo 2015 paartiin biyyattii wogaa 24 bulchaa ture EPRDF injifatee umrii bulchiinsa isaa gara 29 olguddise. Seenaa Itoophiyaa keessatti EPRDF bulchiinsa Haylasillaaseetti aanee isa...

    US Department of State: Ethiopia’s May 24 Parliamentary and Regional Elections

    The United States commends the people of Ethiopia for their civic participation in generally peaceful parliamentary and regional elections on May 24. We acknowledge...

    Humni ittisa Itoophiyaa WBO adamsuuf daangaa cabsee Keeniyaa naannoo Sololoo seene

    Torbee tokko dura raayyaan humna ittisa Itoophiyaa daangaa Keeniyaa cabsee seenuun isaa niyaadatama. Ammas filannoon biyyattii raawwatee guyyaa muraasa booda si’a lammaffaaf daangaa biyya...

    Baqattoonni Itoophiyaa 250 mana hidhaa Tanzaaniyaa keessatti dararamaa jiru

    Baqattoonni Itoophiyaa 250, irra jireessi isaanii kanniin Oromiyaafi Kibbaa irraa ta’uu hinoolle, mana hidhaa Tanzaaniyaa gara garaa keessa jirachuun isanii beekameera. Hedduun baqattoota kanniinii...

    Filannoo 2015 fi kallattii xiyyeeffannaa miidiyaalee addunyaa

    Duulli nafiladhaa filannoo biyyoolessaa 2015 akka itti fufetti. Socho’uun, duula nafiladhaa irratti bobba’uun kuni dhimma gufuu malee adeemaa jiru jechuun hindanda’amu. Komiifi qeeqni dhaabbileen...

    News24: Ethiopia to be put to the test in general election

    Ethiopia, Africa's second-most populous country, holds general elections Sunday, the first since the death of long-time strongman Meles Zenawi whose successor Hailemariam Desalegn is...

    Latest articles