More

    Gaafa Afrikaa

    Mormiin barattootaa ammas akkuma itti fufetti jedhama

    Torbaan darbe mormiin barattoota magaalaa Gincii manniin barnoota addaddaatti kan eegale gara manniin barnootaa fi magaalota biraattis darbuu VOA’n gabaase. Akka gabaasa kanaatti barattoonnii fi...

    Paarlaamaan Ruwaandaa Pool Kagaameen umrii guutuuf biyyattii akka bulchu hayyame

    Manni marii Ruwaandaa heera biyyattii prezidaantiin si’a sadii oliif akka hinbulchine daangessu kaase. Murtiin paarlaamaa Ruwaandaa kuni prezidaant Pool Kagaameef daandii qulqulleessuudhaaf kan xiyyeefateedha....

    Itoophiyaan jaarraa addunyaan quufte keessatti maaliidhaaf beelofti?

    Wanti akka oduu beela Itoophiyaa dhagayuuf nama jibbisiisu, dhagayan ammoo nama qaanfachiisu, cimina biyyaa fi ummata isii gaafii keessa seensisu jira natti hin fakkaatu....

    Xayyaarri Itoophiyaa Dabliinii gara Waashingitan balali’aa ture hatattamaan akka bu’u taasifame

    Xayyaarri Daandii Itoophiyaa, Boeing 787 Dream-liner, magaalaa Dabliinii (Ireland) gara Waashingitan (USA) balali’aa ture, ET500, rakkoo motora irraa gayeef jecha hatattamaan Dabliinitti deebi'ee akka...

    Baankiin Addunyaa imaammata bulchiinsa lafa magaalaa Itoophiyaa irratti qeeqa cimaa dhiheesse

    Baankiin Addunyaa fi dhabbanni Tumsa Magaatotaa yaalii Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee magaalaa misoomsuu, rakkoo mana jireenyaa hiikuufi dhaabbilee xixiqqoo jajjabeessuuf godhu irratti qeeqa cimaa dhiheesseera. Magaalaa...

    Taphattonni Eertiraa gara biyyaatti deebifamuu hinqaban, jedhe manni murtii Botiswaanaa

    Taphattoonni garee kubbaa miilaa Eertiraa kudhan biyya isaaniitti deebi’uu didanii koolugaltummaa Botiswaanatti gaafatan osoo dhimmi isaanii hin ilaallamin Eertiratti deebi’uu akka hinqabne manni murtii...

    Itoophiyaan bloogaroota Zone 9 shororkeessummaan yakkite gadi lakkise

    Manni murtii Itoophiyaa bloogaroota ‘Zone 9’ jedhamuun beekamana afur yakka shororkeessummaan himatamanii erga Bitootessa 2014 mana hidhaa turan bilisaan gadi lakkisuun isaa gabaafame. Barreessitoonni Zone...

    Hawwiin lammiilee Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa seenuuf bayanii Maalaawii keessatti eebjuuu ta’e

    Hawwiin lammiilee Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa seenuudhaaf manaa bayanii Maalaawii keessattii aabjuu ta’ee hafe, jedha gabaasni AFP. Baqattoonni Itoophiyaa dhibba heddutti laakkawaman manniin hidhaa Maalaawii...

    Akka ardii Afrikaatti haalli Bulchiinsa Gaarii Itoophiyaa sadarkaa maalirra jira?

    Agarsiisni bulchiinsa gaarii Moo Ibraahim in bara 2015 ifa kan taasise Itoophiyaan Afrikaa keessatti bulchiinsa gaariidhaan sadarkaa 31ffaa irratti kan argamtu ta’uu isaati. Itoophiyaan...

    Latest articles