More

    Gaafa Afrikaa

    Blood and terror on the streets as protests grip Ethiopia|AFP

    Two lifeless bodies lay on the ground as the terrified crowd, armed only with sticks against gun-toting Ethiopian security forces, fled the fierce crackdown...

    Oromoo 75’tu mootummaa Itoophiyaan ajjeefame, jedha HRW

    Hiriira mormii maaster pilaanii Finfinnee irratti woraanni mootummaa yoo xiqqaate Oromoo 75 ajjeese jedha gabaasni Human Rights Watch (HRW). Humni woraanaa fi poolisiin mootummaan...

    Mootummaan Ameerikaa ajjeechaan Oromoo irra gayaa jiru yaachisaadha jedha

    Waajjirri Ministera Haajaa Biyya-alaa Ameerikaa ajjeechaan Itoophiyaa keessatti Oromoo irratti raawwataa jiru kan isa yaachise ta'uu ibse. 'Ajjeechaan Oromiyaa keessatti raawwatamaa jiru hedduu yaachisaadha,'...

    Hiriira mormii irratti Oromoon 40 ajjeefamuu Amnesty International mirkaneesse

    Mootummaan Itoophiyaa ummata mirgaa isaaf falmate, lafa isaaf dubbate ukkaamsuudhaaf jecha 'shororkeessitoota' jechee waamuu isaa Amnesty International balaaleffate. Amnesty'iin ibsa baase keessatti lubbuun lammii...

    Barattoonni heddu Baabbichaa fi Inaangotti ajjeefamuu fi hospitaalonni dhiigaan dhiqamuun gabaafame

    Sochii barattoota Oromoo hanga har'aatti godhamee keessatti guyyaan akka har'a guyyaa ajjeechaa fi dhiiga dhangalaasaa kan ta'e hin fakkaatu. Odeeffannoon kallattii garagaraa nudhaqqaban kan...

    Mormiin barattootaa Oromiyaa keessa oo’aa fi babal’ataa deemaara

    Qaanqeen mormii naannoo Amboofi Gullisootti qabsiifame, wolirraa qabataa gara godinootaa fi maagaalota Oromiyaa addaddaatti tankaarfataa dhufeera. Yeroo kanatti, hiriirri mormii barattoonni Oromoo kuni hanag...

    Qabsoon barattoota Oromoo tarsiimoofi jarmayaa cimaa masaku barbaaddi

    Barattoonni Oromoo kaleessa daandii Amboo, Haramaayaa, Gincii, Sulultaa, Mattuu fi Manditti kan bayaniif maaster pilaanii Finfinnee mormuuf. Mormii sani hordofee, guyyoottan dabran keessatti, watoonni...

    BBC’n Afaan Oromootiin tamsaasa raadiyoo kan eegalu ta’uu beeksise

    Dhaabbanni Tamsaasa Biriitaaniyaa (BBC'n) tamsaasa raadiyoo gara Itoophiyaatti eegaluuf karoorfate Afaan Oromootiinis kan dabarsu ta'uun isaa beekame. Karoora kana keessatti Afaan Amaaraa fi Tigrees...

    Baqattoonni Itoophiyaa 105 gara A/Kibbaa deemuuf turan Tanzaaniyaa keessatti hidhaman

    Baqattoonni Itoophiyaa gara Afrikaa Kibbaatti imalaa turan 105 Tanzaaniyaa keessatti too'annaa jala oolan. Baqattoonni kunniin kan qabaman magaalaa Dar es Salaam keessatti. Tanzaaniyaa keessatti baqattoonni...

    Latest articles