More

    Gaafa Afrikaa

    Yeroon Oromoon qabsoo isaa finiinsuu qabu amma K2ffaa

    Qabsoon geggeeffamu kamuu waa'ee wareegamaa qofaa miti. Wareegama irraa guutummaatti baqachuus miti. Caalmatti, waa'ee wareegama xiqqeessuu fi wareegama kaffalamu irraa bu'aa argamsiisuuti. Dhimmoonni ijoon...

    Yeroon Oromoon qabsoo isaa finiinsuu qabu amma

    Wanti TPLF arguu mitii dhagayuu hin feene fincilli Oromoon eegale dheerachuu fi qalbii addunyaa hawachuudha. Akkuma arginu qabsoonis dheerate. Oduun ajjeechaa, hidhaa fi ukkaamsaa...

    145+ kan wareegameef, kumaatamnis kan madaayee fi hidhameef mormii maaster pilaanii qofaaf miti

    Marii guyyaa sadiif geeggeesse booda Dhaabbanni Dimokraatawaa Ummata Oromoo (DHDUO) Maaster Pilaaniin Finfinnee, galaafatamiinsa lubbuu fi hidhamiinsa dargaggoo Oromoo hedduuf sababa ta'e, dhaabbachuu labsee...

    Oromoo tokkummaan mirga isaaf falmatu humni ukkaamsu jira hin fakkaatu

    Fincilli diddaa gabrummaa Oromoon geggeessaa jiru akka mootummaan odeessuu fi arguu hawwu kan dhaame ykn qabbanaayee miti. Ijaa fi gurri dhugaa arganii fi dhagayan...

    Yuni. Haramaayaa fi Madda Walaabuutti 5 ajjeefaman; Jimmatti boombii brt. Oromoo irratti darbatameen 7 madaayan

    Bubbeen shororkaa mootummaan Oromiyaa keessa gadi lakkisu lubbuu Oromoo qulqulluu baasuu, qaama lammii hir'isuu fi mana hidhaatti kuffisuu bal'inaan itti fufee jira. Gocha gara jabeenyaa...

    Human Rights Watch Oromoon 140 ajjeefamuu ifa godhe

    Hiriira mormii Oromiyaa keessatti bal'inaan geggeeffamaa jiru irratti Oromoon 140 ajjeefamuu fi namoonni laakkofsi isaanii ammatti hin beekamne madaayuu Human Rights Watch (HRW) ifa godhe....

    Oromiyaan ammas dhiigdi, woraanaan jeeqamti

    Hiriirri mormii maaster pilaanii Finfinnee sababa gochuudhaan eegale gara fincila diddaa gabrummaatti geeddaramuudhaan hunda hirmaachisaa fi guutuu Oromiyaa schoosaa jira. Fincilli ummataa  seenaa Itoophiyaa...

    Oromiyaa keessatti hiriirri mormiis, ajjeechaanis akkuma itti fufetti

    Sochiin ummataa bifa hiriira mormiin geggeeffamaa jiru magaalota addaddaa keessatti akkuma itti fufetti. Torbee kana keessa hiriiri mormii bifa haarawaan magaalota Aliiboo, Gindhiir, Machaaraa,...

    Dargaggoonni Oromoo Torontoo hiriira mormii fi sagantaa dungoo qopheessan

    Dargaggoonni Oromoo magaalaa Toroontoo mormii maaster pilaanii Finfinnee hordofee ajjeechaa fi gidiraa mootummaan Itoophiyaa Oromoo irraan gayaa jiru balaaleffachuudhaaf guyyaa 29.12.2015'tti hiriira mormii qopheessan....

    Latest articles