More

    Gaafa Afrikaa

    Human Rights Watch Itoophiyaan miidiyaa wolabaa doorsisti, hujiin ala taasisti jedha

    Itoophiyaa keessatti filannoon biyyoolessaa baatii Caamsaa nufunduraa kana geggeeffama. Yaadaafi falamii dhimoota biyyattii irratti mootummaafi paartilee mormitootaa jiddutti geggeeffamu kan gurraafi ija ummataa bira...

    Mootummaan Itoophiyaa lammiiwwan Britaaniyaa 3 hidhe, yakki goolii uumuuf yaaluu

    Manni murtii Itoophiyaa lammiiwwan Britaaniyaa 3 gochaa shororkeessummaa irratti bobba’anii turan jedhe hidhaa wogaa afurii hanga jahaatiin adabuun isaa beekame. Yakki namoota kanniinii, akka...

    Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lafa heektaara 52,000 seeraan ala kanniin qabataniif woraqaa abbummaa kennuuf

    Lafti bulchiinsa magaalaa Finfinnee jala jirtu hundi kan qabamte bifa seera qabeessaan hinturre. Hedduun namootaa lafa daangaa magaalaa Finfinnee irratti argaman bifa seera dhabeessa...

    Daa’imman Itoophiyaa guddifachaa sobaan gara Ameerikaatti geessaa kan ture yakka hojjachuu amane

      Lammin Ameerikaa, Jaams Hardiing umrii 55 jiraataa Atlaantaa, bara 2008 fi 09 waahiloota isaa woliin ta’uudhaan hojii sobaan ijoollee Itoophiyaa gara Ameerikaatti geggessaa turuu...

    Ummanni Mursii lafa isaa irraa buqqa’aa jiraachuun gabaafame

    Jiruufi jireenni ummata Mursii balaa keessa bu’eera, akka gabaasa BBC tti. Akkuma ummata naannoo biroo, ummanni Mursiis lafa bu’uurri jireenni isaanii irratti bu’uureffame irraa...

    Baqattoonni Itoophiyaa 16 Zaambiyaa keessatti too’annaa jala oolan

    Gulantaan godaansa (immigration department) Zaambiyaa baqattoota Itoophiyaa 16 too’annaa jala oolchuu ibse. Baqattoonni kunniin kan too’annaa jala oolan  magaalaa Nakondetti. Baqattoonni kudha jahanuu mana...

    Baqattoonni 24 hedduun isaanii lammiiwwan Itoophiyaa ta’an Galaana Diimaa irratti dhuman

    Ministerri Haajaa Biyya-keessaa (MHB) Yamanii reeffi baqattoota Aafrikaa 24 galaana irraa guuramuu ibse. Reeffi baqattoota kanniinii kan argame eegdota daangaa galaana biyyattiitiin. Akka ibsa MHB...

    Lammiin Britaaniyaa tokko Baahirdaar keessatti ajjeefamuun gabaafame

    Lammiin Britaaniyaa, umriin 47, magaalaa Baahirdaar keessatti ajjeefame. Lammiin Britaaniyaa kuni turistii yoo ta’u, kan ajjeefame guyyaa kaleessaa bataskaana tokko keessatti.  Du’a isaatiif sababa...

    Hermaan Koon, itti aanaa ministera haajaa biyya-alaa Ameerikaa duraanii Itoophiyaan filannoo bilisaafi madaalwaa geggeessuu qabdi jedha

    Itoophiyatti filannoon biyyoolessaa geggeeffamuuf dema; bara 2015 keessa. Waa’ee filannoo dhufuu irraa kan gaafatame itti aanaa Ministera Haajaa Biyya-alaa Ameerikaa duraanii kana ture, Hermaan...

    Latest articles