More

    Gaafa Afrikaa

    Itoophiyaan haleellaa saayberii geezexeessitoota miidiyaa wolabaarratti geggeessiti, jedha Citizen Lab

    Mootummaan Itoophiyaa gaazexeessitoota miidiyaa wolabaa biyya irraa baqatanii biyyaan alaa jiraatan irratti haleellaa saayberii dhaqqabsiisuudhaan lammiin biyyattii odeeffannoo wolabaa akka hinarganne godha jechuudhaan dhaabbanni...

    Lammiileen UAE 4 lammii Itoophiyaa bifa suukkanneessaa ta’een ajjeesan mana hidhaatii gadi lakkifaman

    Lammiileen UAE 4 bara 2009 lammii Itoophiyaa takka bifa suukkanneessaan ajjeesan manni murtii erga maatiin lammii Itoophiyaa ajeefamtee gumaa nyaachuuf murteessee booda gadi lakkifamaniiru....

    Zimbaabween baqattoota 179 gara Itoophiyaatti deebiste

    Zimbaabween baqattoota Itoophiyaa 179 seeraan ala daangaa biyyattii cabsanii seenaniiru jette ufirraa ariite, jedha gabaasni The Herald. Akka gabaasa kanaatti lammiileen Itoophiya kunniin bakka...

    Baqattoonni Itoophiyaa 101 gara Afrikaa Kibbaatti fuulleffatan Keeniyaa keessatti too’annaa jala oolan

    Baqattoonni Itoophiyaa 101 gara Afrikaa Kibbaatti baqachuuf yaalii Keeniyaa qaxxamuruu taasisan jedhaman Naayiroobii keessatti too'annaa poolisii biyyattii jala ooluu isaanii The Star gabaase. Kan...

    Baankiin Addunyaa imaammata isaa cabseera, jedha koreen BA yakka mootummaan Itoophiyaa raawwatu qorate

    Itoophiyaa keessatti namoota heddu sababa gurgurtaa lafaatiin (maqaa investmentiitiin abbootii qabeenyaa biyya alaatiifi biyya keessaatiif kennamuun) qe'eefi qabeenya isaanii irraa fedhiifi beenyaa gayaan alatti kan...

    Boombii hoteela Moqadishotti dhooheen namoonni 25 lubbuu isaanii dhaban

    Angawoota ol'aanoo dabalatee namoonni 25 kan ajjeefaman hoteela magaalaa Moqadishoo keessaatti argamu irratti rukuttaa boombii konkolaataa lamaan geggeeffameen. Haleellaa boombii kanaan miseensonni paarlaamaa 2,...

    Angawoonni Afrikaa Bill Clinton faarse ganna 20 booda sirna abbaa-irree diriirsanii argaman jedhame

    Woggaa 20 dura perezidaantiin Ameerikaa duraanii Bill Clinton perezidaantota biyyoota Afrikaa afuriin ‘hooggantoota Afrikaa sanyii haarawa’ jedheeti kan moggaase. Mallas Zeenaawii, Yuwerii Musevenii, Isaayyaas...

    Dooniin baqattoota Itoophiyaafi Somaalee 49 baadhattee gara Yamanitti qajeelte dhidhimte

    Dooniin baqattoota  Gaafa Aafrikaa irraa ta’an baadhattee gara Yaman imalaa ture balaan galaana Diimatti dhidhimuu isii mudate. Sababni isaas qilleensaafi danbalii hamaa ta’uu isaati...

    ODF biyyatti galuuf qophii xumuradhe jedha

    Addi Dimokraatawaa Oromoo (ADO) ykn ODF erga bara 2013 hundeeffamee kaasee biyyatti deebi’ee qabsoo geggeessuuf akka fedhii qabu yeroo addaddaatti ibsaa ture. Haala biyyatti...

    Latest articles