More

    Gaafa Afrikaa

    OMN ob.Leencoo Lataa wojjiin wa’ee ODF irratti gaafiifi deebii bal’aa geggeesse

    Perezidaantii ODF ob.Leencoo Lataa guyyaa har'aa oromia media network wojjiin haasawa godhan. Haasofni ob.Leencoo waa'ee ODF biyyatti galuufi biyya irraa bayuu isaa irratti gaafii...

    SBS interview ob.Leencoo Baatii wojjiin taasise

    Raadiyoon SBS biyya Awustraaliyaa tibbana oduu ODF biyya galuufi osoo hinturin gara Awurooppaatti deebi'uu isaa irratti haasawa dheeraa dubbi himaa dhaabichaa ob.Leencoo Baatii wojjiin...

    Galmi aadaafi seenaa Oromoo magaalaa Finfinneetti baname

    Galmi aadaafi seenee Oromoo magaalaa Finfinneetti ijaarame eebbifame. Sirni eebbaa kuni kan geggeeffame bakka hawaasni Oromoo godinoota adda addaa irraa wolitti dhufaniin irratti argamaniin...

    Ob. Leencoo Lataa yaalii ODFn biyyatti deebisuuf taasisamee ture irratti ibsa laatan

    Jilli ODF kan nama sadi ufkeessaa qabu torbee darbe keessa gara Finfinneetti imalee ture. Osoma hinturre, bifa namoonni heddu hineegneen, gara Awurooppaati akka deebi’an...

    Somaliland Press: Ethiopia’s Oromos welcome OLF change to ODF, move to Oromia

    The Diaspora-based Oromo Liberation Front (OLF) has been struggling for ethnic Oromo freedom since 1973, but in 2014 most of its leaders officially renamed...

    Reported attack on Eritrea mine is an ‘act of vandalism’, says Nevsun Resources

    Dhuma torbaan dabree irratti xayyaarri humna woraana Itoophiyaa 2 daangaa Eertiraa cabsee seenuu qofa irratti qofa hindaangofne; naannoo Bishaa lafa albuunni irraa bayu tokko...

    Dr. Birhaanamasqal Abbabaa Sanyii: Afaan Oromoo Afaan hojii federaalaa ta’uu qaba

    Adduunyaa irratti mootummaan Afaan uummata bal'aa dubbachuu itti dide hin jiru. Kun ammoo kan hin baramin, hin yaadamne, haqummaa hin qabne, dimokraatawaa hin taane,...

    Oromoota Calanqotti woraana Miniliikiin dhumaniif siidaan yaadannoo dhaabate

    Siidaan yaadannoo gootota Oromoo yeroo weerara Mililiik Calanqotti woreegamaniif dhaabate. Bara 1887 Oromoon heddu falmaa biyyaafi mirga isaanii irratti woraana weeraraa Miniliikiin Baha Harargeetti dhumaatiin...

    Jilli ODF Oromiyaa seenee ture gara Awurooppaatti deebi’e

    Jilli ODF J/Leencoo Lataan dursamu guyyaa muraasa dura Finfinnee seenuu isaa dubbi himaan dhaabichaa ob.Leencoo Baatii mirkaneessanii turan. Haata'uu malee jilli kuni turaatii guyyaa...

    Latest articles