More

    Gaafa Afrikaa

    Lammiileen Itoophiyaa 74 Afrikaa Kibbaatti fuulleffatan Keeniyaa keessatti too’annaa jala oolan

    Baqachuunis lammiilee Itoophiyaatiif aadaa ta'eera. Akka waan qe'ee isaanii gadi lakkisanii bayuun kophaa isaatti kufaatii hintaanee, daandii baqaa irratti dararaa hadhaayaa dhadhamaa jiraachuu isaaniiti...

    Hookkara Afrikaa Kibbaa: lammiileen Itoophiyaa 2 ibiddaan gubatan

    Hookkarri lammiilee biyyoota Afrikaa biroo kanniin Afrikaa Kibaa keessa jiraatan irratti xiyyeeffate torbaan kana keessa babal'achuu isaati kan gabaafame. Lammiileen Itoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan...

    EU Parliament Conference: Cartoon Democracy, Authoritarian Rule and Elections in Ethiopia

    The Unrepresented Nations and Peoples Organization (UNPO), in cooperation with Julie Ward MEP (S&D), Soraya Post MEP (S&D), Ana Gomes MEP (S&D), Jordi Sebastià...

    Why EPRDF’s Growth Rhetoric is Faulty

    By and large, Ethiopia recorded 17 years of economic stagnation under the leadership of the Dergue, a military government. For example, in 1990/91, the growth...

    South Sudan rebels: Ethiopia United Patriots Front (EUPF) fights alongside South Sudan Government

    The leader of an Ethiopian rebel movement, known as the Ethiopia United Patriots Front (EUPF), has dismissed as “baseless” reports alleging that his forces...

    Embaasiin Itoophiyaa Yamanitti argamu humnoota wolworaananiin haleelame

    Embaasiin Itoophiyaa Sana'aa Yaman jiru humnoota wolworaananiin haleelamuun himame. Akka dubbi himaan Ministera Haajaa Biyyalaa Itoophiyaa Andadolu Agency itti himetti rukuttaan kuni kan raawwate...

    Haleellaa Al Shabaab Yunivarsiitii Garissaa irratti raawwateen laakkofsi barattoota ajjeefamanii 147 gaye

    Rukuttaa Yunivarsiitii Garissaa biyya Keeniyaatti argamu irratti raawwatameen lubbuun barattoota 147 galaafatamuu poolisiin biyyattii ibse. Kanniin madoo ta’an 70 ol ta’uunis beekameera. Kanniin madaa...

    Haleellaa Yunivarsiitii Keeniyaa irra Al Shabaab geesseen 147 du’anii 70 ol madoo ta’an

    Rukuttaa Yunivarsiitii Garissaa biyya Keeniyaatti argamu irratti raawwatameen lubbuun barattoota 147 galaafatamuu poolisiin biyyattii ibse. Kanniin madoo ta'an 70 ol ta'uunis beekameera. Kanniin madaa...

    Ob.Baqqalaa Garbaa mana hidhaatii bayuun isaa mirkanaaye

    Sabboonaan Oromoon ob.Baqqalaa Garbaa erga bara 2011 kaasee mana hidhaa kan ture gadi lakkifamuun isaa gabaafameera.  Ob.Baqqalaan hidhaa woggaa sadiifi baatii torbaa booda kan...

    Latest articles