More

    OMN ob.Leencoo Lataa wojjiin wa’ee ODF irratti gaafiifi deebii bal’aa geggeesse

    Perezidaantii ODF ob.Leencoo Lataa guyyaa har’aa oromia media network wojjiin haasawa godhan. Haasofni ob.Leencoo waa’ee ODF biyyatti galuufi biyya irraa bayuu isaa irratti gaafii ODF irraa isaaf dhihaateef deebii laataniiru.

    Ob. Leencoon dhimma biyyatti galun wolqabate irratti yoo dubbatan,biyyatti galuun ODF ammatti gufuun mudatus qabsoon isaani karaa nagaa jabaatee kan itti fufu ta’uu ibsaniiru.

    Haasawa ob.Leencoo as tuquun dhageeffadhaa
    Admin
    Adminhttps://www.walabumedia.com/
    Researcher & blogger. Focus on Ethiopia, Oromia and the Horn of Africa. 2 Inspire Qubee Generation & Empower Afan Oromo speakers! For story tips, naqunnamaa. email awaashpost@gmail.com

    Latest articles

    Related articles

    Leave a reply

    Please enter your comment!
    Please enter your name here

    This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.