More

    Gaafa Afrikaa

    Oromoo shirri labsii hatattamaa fi seerri farra-shoroorkeessummaa dadhabe dilaalli (gibirri) harka hin kennisiisu

    Ummanni Oromoo sirnoota duraan turanis ta’e kan ammaa keessatti kallattii fi al-kallatiidhaan mormaa turees jira. Ganna kurnan lamaan darban keessatti Oromoon akkuma sirna duraanitti...

    Manni Murtii Federaalaa dhimma Ob. Baqqalaa Garbaa fa’a irratti murtii dabarse

    Manni Murtii Ol’aanaa Federaalaa Dhaddacha 4ffaa yeroo dheeraadhaaf beellamaan dararaa erga turee booda guyyaa har’aa himatamtoota 22 irratti murtii dabarse. Akka murtii kanaatti himatamtoonni...

    Worri har’a Finfinnee falmatu boru Oromiyaa irratti gaafii dhiyeessuu irraa hin qaanfatu

    Woraanni Miniilik osoo irratti hin quphatiniin duratti Gullallee kan dheechifatu, Agamsa irratti loon bobbaafatuufi Bulbulaa kan obaafatu Oromoo ture. Qawwee Miniilik dhukaase kan Oromoofi...

    Hayyoonni wolgahii OPDO’n waamte irratti argaman gaafii ciccimoo kaasaa jiran

    Hayyoonni Oromoo 2500 taán yunivarsiitotaafi dhaabbilee barnoota sadarkaa oláanaa addaddaa irraa wolitti bayan marii bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti waame irraa qooda fudhataa...

    Cimuun qabsoo Oromoo alagaa woccisiisa; hirribas dhabsiisa

    Yoo akka fedhii leellistoota ol’aantummaa Amaaraa Itoophiyaa keessatti afaan dubbatamuufi woccuun uffatamu kan isaaniiti. Dangaan isaanii naannoo Amaaraan alatti babal’ata: Finfinnee, Adaamaa, Asallaa, Jimma,...

    ODF labsiin ADWUI’n faaydaa addaa Oromiyaan Finfinneerraa qabdu irratti baaste fudhatama hin qabu jedha

    Addi Dimokraatawaa Oromoo (ADO-ODF) labsii ADWUI'n dhimma faaydaa addaa Oromiyaan Finfinnee irraa qabdu ni eegsisa jechuun tibbana baaste fudhatama dhabsiise. Akka ibsa ADO'tti qabxiileen...

    Dantaa Oromiyaan Finfinnee irraa qabdu kan mirkaneessu qabsoo Oromoo malee labsii mootummaa ADWUI miti

    Oromoon humnaan cabee mirgaafi qabeenya isaa dhabe. Finfinnees kan isa dhabsiise, harka Oromiyaatii akka baatuuf kan dirqisiise humna/qawweedha. Humnaanis saamamu, qawweenis qe’ee isaa irraa...

    Lencho Leta: A Sincere Call for Attention to Serious Issues in Ethiopian

    In the name of the leadership of the Ethiopian National Movement (ENM) and also in my own name I would like to thank you...

    Hariiroon Eertiraa fi Masrii cimaa dhufuun Itoophiyaa yaachisuu hin qabu jetti Eertiraan

    Hariiroon Eertiraa fi Masrii cimaa dhufuun mootumma Itoophiyaaf madda bowwoo guddaa ta’aa dhufeera. Keessattuu, mootummana Isaayyaas Kaayiroon buufata woraanaa Eertiratti akka tolfattuuf hayyamuun isaa...

    Latest articles