More

    Gaafa Afrikaa

    Abbaanduulaa Gammadaa Taayitaa Afyaa’ii Paarlaamaa Itoophiyaa gadidhiise

    Ob. Abbaaduulaa Gammadaa, afyaa'iin Paarlaamaa Itoophiyaa, dirqama afyaa'ii parlamaa Itoophiyaa yeroo dheeraadhaaf irra ture fedhii isaan gadi dhiisuun isaa himame. Abbaaduulaa Gammadaa hujii gadi lakkisuudhaaf...

    Itti-gaafatamaan dhimma pirotokoolii muummicha ministera Itoophiyaa sirnicha ganuudhaan Ameerikatti koolugaltummaa gaafatan

    Obboo Baayyee Taaddasaa Tafarii, itti-gaafatamaan dhimma pirotokoolii Muummicha Ministera Haylamaaram Dassaaleny, mootummaa woggaa 20 oliif tajaajilaa ture ganuudhaan Ameerikatti koolugaltummaa gaafate. Ob. Baayyeen koolugaltummaa akka...

    Oromoon moo’aara: Irreen ummataa huumna kamuu ni injifata

    Sababni isaa woma fedhee haa ta'uu, Oromiyaan Onkoloolessa 2017 isii Onkololessa 2016 fi san duraatiin adda. Siyaasni biyyattii saffisa worri fagoo jiru hubachuudhaaf rakkatuun...

    Mootummaan Oromiyaa koree deeggarsa lammii buqqa’eef godhamu qindeessitu dhaabe

    Mootummaan Oromiyaa koree deeggarsa qindeessituu fi lammii buqqa'ee deebisanii dhaabuu irratti hojjattu dhaabuu isaa ifa godhe. Koreen tuni deeggarsi karaa iftoomina qabuun wolitti qabamuu...

    BBC’n Tamsaasa Raadiyoo Afaan Oromoo Guyyoottan Muraasa Keessatti Akka Eegalu Beeksise

    BBC'n Tamsaasa Raadiyoo Afaan Oromoo eegaluudhaaf qophii isa barbaachisu hunda xumuruu ifa godhe. Akka ibsa BBC'tti tamsaasni kuni kan eegalu guyyoottan muraasa keessatti. Kunis...

    Oromoota daangaa Oromiyaaf kufaa jiraniif birmannaan bifa hundaa hatattamaan barbaachisa

    Lafti Oromoo dangaa fi keessanis saamamaa fi weeraramaati kan turte. Dangaan lafa Oromoo bal'aana yeroo jaarraa tokko hin caalle keessatti kallattii hundaan saamame; saboota...

    Waamichaa ADO/ODF Ummataa Oromoo fi Humnoota Oromoo Maraaf

    Bara sadeen dabaran kana keessa akka argaa jirrutti abjuun Somaaliyaa Guddittii (Greater Somalia) dhugoomsuu ykn daangaa naannoo Somalia baldhifachuu, gargaarsa mootummaa TPLFn hogganamuun dhugoomaa...

    Mormiin sochii daldalaa dhaabuu Oromiyaa woliin gayaa jira

    Waamicha mormii daldala guyyaa shaniif guutuu Oromiyaa keessatti dhaabuudhaaf godhameef ummanni deebii quubsaa laataa jira. Daldalli Oromiyaa bakka garagaraa keessatti dhaabatuu fi sochiin geejjibaas...

    Oromoon Oromiyaa saamicha naannoo Somaaleetiin geggeeffamaa jiru irraa baraaruu qaba

    Lafti har'a Somaaleen teenna jettu ( baha Harargee, kibba Baalee fi baha Booranaa) woggaa muraasa dura kan Oromoo ture. Weerara yeroo addaddaatti  (isa Siyaad Barrees dabalatee)...

    Latest articles