More

    Gaafa Afrikaa

    Labsiin Lafa Magaalaa ‘Liiziin’ qabachuu fooyya’uuf jedhu keesa beektonni tokko tokko

    Labsiin Lafa Magaalaa ‘Liiziin’ qabachuu (721/2004) akkuma Labsii farra shoroorkessummaa (652/2009) Oromoota dhabamsiisuu irratti kan xiyyeeffate ture. Bu'ura labsichaatin ummanni keenya lafa mana jireenyaa...

    Bilisummaa bira gayuuf Oromoon Bulchiinsa Lammaa Magarsaa Akka Riqichaatti itti fayyadamuu qaba

    Siyaasa Itophiyaatiif yeroon kuni yeroo gannaati. Rooba. Mucuca. Dukkana. Malaa fi tooftaan maletti tiratuun, osoo harka wol-hinqabatin fagoo deemuuf tattaafatuun, riqichaan maletti laga guute...

    Jijiiramuun OPDO ifa; daran akka jijjiiramtuuf qabsaayuun gahee sabboontota Oromooti

    OPDO Woyyaanetu uumee kanaaf hin jijjiiramtuun siyaasa hin ta'u. Wanti hin jijjiiramne hin jiru waan ta'eef. Asuma ollaa keennatti, kaleessa Shaabiyaa fi Woyyaaneen qabsaayota...

    Bara mara qabsaayaa jiraachuu, saahuu dhagaa darbachuu keessaa bayuudhaaf deeggarsi OPDO nu barbaachisa

    OPDO eennu akka uume beekna. OPDO'n ganna 26 oliif dantaa Oromoo caalaa isa Woyyaanee kabajsiisaa akka ture hunda jalaa waan dhokate miti. Isaanuu (Lammaa...

    Dabratsiyoon Agaaziin dhaadata, Abdii Illeen Liyyuu Poolisii abdata; Oromoon tokkummaa isaa gaachena godhata

    Qormaanni guddaan sa'aa kanatti Woyyaanee hirriba dhoorgaa jiru fincila OPDO ti. OPDO'n fincila sadarkaa kanaa ni geggeessiti jettee Woyyaaneen (Oromoon heddus) hin eegne. Kanaafis...

    Yoo diinni gochaa fi tankaarfii kee jibbe daandii sirrii irra jiraachuu kee hubadhu

    Sa'aa kanatti Woyyaanee fi kittillayyoonni isii akka diina isaanii laakkofsa tokkoffaatti ilaalaa kan jiran garee Lammaa Magarsaatii. Worra fagoo irra worri isaan keessaa hojjatu...

    Dooniin Woyyaanee saffisaan dhidhimaa jirti

    Barakat Simoon, harka mirgaa Mallas Zeenaawi kan ture, aangoo gadi dhiisuun isaa beekame. Barakat jaarmaya ufii isaa ijaaree fi utubee har'aan gayetti naga dhaamachuun...

    Ameerikaan rakkoo Woyyaaneen keessa seente furuudhaaf asii fi achi jedhaa jirti

    Rakkoon yeroo ammaa Itoophiyaan keessa seente Ameerikaa yaachisaa dhufuun isaa Senetar Jiim Inhoof fi Senetar Maaylan Inziin ibsan. Senetaroonni kunnniin kana kan ibsan yeroo...

    What Lessons Should the Oromo Movement Learn from the Arab Spring and other Non-Violent struggles?

    Over the last two decades and emboldened by the collapse of USSR in the early 90s, we have witnessed a sweeping civil disobedience and...

    Latest articles