More

    Galmi aadaafi seenaa Oromoo magaalaa Finfinneetti baname

    Galmi aadaafi seenee Oromoo magaalaa Finfinneetti ijaarame eebbifame. Sirni eebbaa kuni kan geggeeffame bakka hawaasni Oromoo godinoota adda addaa irraa wolitti dhufaniin irratti argamaniin ture. Galmi kuni bakka agarsiisa aadaafi seenaa ta’uun alatti bakka qoranno Oromoottis tajaajila.

    Galmi kuni kaaree meetira 40,000 irratti baasii naannoo birrii miliyoona 311 ta’uun akka hojjatameedha kan gabaafame.

    galma aadaa oromoo 2

    Sirnicha kana irratti agarsiisni aadaafi sirba Oromoo naannoo heedduu mul’ateera.

    Agarsiifni kunis kan godina Baalee, Kamisee, Jimmaa, Boranaa, Iluu Abbaa Booraa, Karrayyuu, Wallaggaa, Arsii, Gujii, Hararggalma aadaafi seenaa oromoo4.pngeefi Shawaa irratti kan ammate akka ta’e beekameera.

    Galmi kun hawwata turistootaa ta’uurra darbee faayidaawwaan gara gara akka kennudha kan himamu.

    galam aadaa oromoo

     

    Admin
    Adminhttps://www.walabumedia.com/
    Researcher & blogger. Focus on Ethiopia, Oromia and the Horn of Africa. 2 Inspire Qubee Generation & Empower Afan Oromo speakers! For story tips, naqunnamaa. email awaashpost@gmail.com

    Latest articles

    Related articles

    Leave a reply

    Please enter your comment!
    Please enter your name here

    This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.