More

    Addunyaa

    Manni murtii Kaayiroo himannaa perezidaantii duraanii Hosnii Mubaarak irratti dhihaate kuffise

    Hosnii Mubaara, perezidaantii duraanii biyya Masrii, hanga kaleessaatti himannaa ajjechaa namoota 239 wolqabatee irratti banameef gara mana murtiitti deddeebi’aa turan. Namoonni kunniin kan du’an...

    Gareen Obboleewwan Muslimoota Masrii hiriira nagaa guddaa waame

    Mootummaan hiriirichi bittinsuudhaaf qophii hunda xumurate Warri Obboleewwan Muslimootaa ‘Akhwaan Al-Muslimuun’ bara dabre  humna wooraa Masriitin (Al Siisiin) aangoo bulchiinsa biyya Masrii irraa ari’ame Sadaasa 28/2014...

    Murteen salgeen seeraa ajjeechaa Maaykil Braawun irratti kenne jeequmsa guddaa Ameerikaa keessatti uume

    Salganeen seera ‘jury’ haala ajjeechaa Maaykil Braawun, mucaa ganna 18,  xiinxallaa ture murtee irra gahe ifa godhe. Akka qorannoo salganee kanatti  lubbuu Maaykil kan...

    Burkiinaa Faasoon mootummaa cee’umsaa Mikaa’el Kafaandoon hoogganamu dhaabbatte

    Koreen addaa Burkinaa Faasoo Ministera Haajaa Biyya Alaa (MHBA) durii kan ta’e Mikaa’el Kanfaadoo (umrii 72) perezidaantii mootummaa cee’umsaa godhee filate. Kanfaadoon perezidaantii biyyattii...

    Gareen Biyya Islaamaa (ISIS) maallaqa isaa qopheessuuf murteeffate

    Gareen Biyyoota Islaamaa (ISIS) jedhamuun beekamu seera diinagdee addunyaa harka biyyoota dhihaatti kufe geeddaruun dirqama jedha. Kanaaf ISIS barbaachisummaa omisha maallaqa isaa labse. Akka...

    Biyyoonni Gaarii Hojjachuun Beekkaman Eenyu Fa’a?

    Dhalli ilma namaa, akkuma bineensota biroo, wolqarqaaruu fi wolii birmachutti amana. Bifuma kanaan jiraataa ture bara kumaatamaaf. Yoo kana jennu wolitti bu’iinsi hinturre, ammas...

    Tarreen humna-qabeeyyiin addunyaa bara 2014 Ifa godhame

    Maqaan namoota humna qabeeyyii woggaa woggatti tarreeffama- bara 2009 eegalee. Hedduun namoota tarree kana dhuunfataniii kanneen masaraa mootummaa keessa jirani, abbootii qabeenyaa, dura taa’ota...

    Latest articles