More

    Addunyaa

    Mootichi Suud Arabiyaa Abdullaah du’aan boqate

    Yeroo dheeraadhaaf fuula Suud Arabiyaa kan ture mootichi Abadallaah bin Abdulaziiz umrii 90 tti du’aan boqate. Abdullaah naannoo woggaa 10tiif mootii biyyattii ta’ee tajaajilaa...

    Paaris keessatti namoonni 12 ajjeefamanii, 11 madoo taasifaman

    Rukuttaa guyyaa har'aa magaalaa Paaris keessatti geggeeffameen namoonni 12 ajjeefamanii, 11 madoo taasifamuun bekame. Namoonni ajjeefaman gaazexeessota 10 fi poolisoota 2. Gulaalan gaazexaa Cherlii...

    Yaaliin perezidaantii Gaambiyaa Yahyaa Jameeh fonqolchuuf godhame fashale

    Yaaliin perezidaantii Gaambiyaa, Yahyaa Jameeh umriin 49, angoo irraa fonqolchuuf godhame fashale. Yaaliin fonqolchaa kan qindaayeefi geggeeffame namoota dhalootaan Gaambiyaa irraa ta'an garuu biyyoota...

    Gareen Bokoo Haraam ijoollee 40 ukkaamse fudhate

    Bokoo Haraam, gareen Kaaba-baha Naayijeeriyaa keessatti maandheffate, ijoolee dhiiraa 40 ukkaamsee fudhachuun isaa gabaafame. Bokoo Haraam kanniin ukkaamsee fudhateen alatti woraana heddu ajjeesuun isaas...

    Filisxeem miseensa Manamurtii Yakka Idiladdunyaa (ICC) ta’uuf iyyannoo galfatte

    Filisxeem iyyannoo miseensa Manamurtii Yakka Idiladdunyaa isii taasisu mootummoota gamtoomanitti galfatte. Iyyannoo kana kan galchan ambaasaadara Filisxeem Motummoota Gamtaa’anitti ob. Riyaad Mansuuriidha. Iyyannoon kuni...

    Naayijeeriyaan miseensota raayyaa woraanaa 54 irratti adabbii du’aa murteessite

    Ajaja fudhachuu diduu, nunnumaa fi loluu diduun sababoota miseensonni raayyaa woraanaa kunniin akka du’aan adabamaniif murteen irratti darbeedha. Namoonni tankaarfiin adabbii du’aa kuni irratti...

    Hidhattoonni Taalibaan Paakistaan keessatti namoota 145 ajjeesan;132 barattoota

    Akka gabaasa BBC tti, hidhattoonni Taalibaan ajjeechaa kana kan raawwatan mana barnootaa bulchiinsa raayyaa woraana biyyattii jala jiru kan naannoo Peshaawaaritti argamu tokko seenuudhaan....

    Iggitiin magaalaa Siidnii sa’aa 16 booda du’a nama 3 xumurame

    Iggitiin magaalaa Siidnii sa’aa 16 oliif ture, du’a nama sadiin goolabame: namoota iggitaman lamaafi kan Namoonni 4 biroos madaahanii gara hospitaalaatti geeffamaniiru. Kanniin iggitamanii...

    Naannolleen [states] Ameerikaa 17 perezidaant Baarak Obaamaa irratti himannaa dhiheessan

    Naannoleen 17 biyya Ameerikaa perezidaantii biyyattii Baaraak Obaama irratti himannaa kan dhiheessan tankaarfii bulchiinsaa Obaamaan immaammata goodaansaa   biyyatti irratti fudhate, as dhihoo...

    Latest articles