More

    Gareen Biyya Islaamaa (ISIS) maallaqa isaa qopheessuuf murteeffate

    Gareen Biyyoota Islaamaa (ISIS) jedhamuun beekamu seera diinagdee addunyaa harka biyyoota dhihaatti kufe geeddaruun dirqama jedha. Kanaaf ISIS barbaachisummaa omisha maallaqa isaa labse. Akka labsa dura taa’aa garee kanaa kan ta’e Abuu Bakar el Bagdaadiitti, maallaqni seera fi diinagdee biyyoota dhihaa irratti bu’uureffaman ‘musilimoota gabroomfateera’.

    Labsiin maallaqa haarawa tolchuu Mana Maree Shuuraatiin raggaasifamee, ajajni maallaqa omishuu kanneen dhimmi isaan ilaallatutti kennameera. Maallaqni kunis worqee, birrii fi meeta irraa akka tolfamuudha kan hubatame. Maallaqani kunis gosa saantima 7 kan qabuudha: worqee 2, birrii 3 fi meeta 2.

    Admin
    Adminhttps://www.walabumedia.com/
    Researcher & blogger. Focus on Ethiopia, Oromia and the Horn of Africa. 2 Inspire Qubee Generation & Empower Afan Oromo speakers! For story tips, naqunnamaa. email awaashpost@gmail.com

    Latest articles

    Related articles

    Leave a reply

    Please enter your comment!
    Please enter your name here

    This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.