More

    Saayinsii Teknolojii

    Dhaabbanni teessoo IP biyyoota Afrikaaf laatu seera mootummoota intarneetii ugguran ittiin adabu baasuudhaaf

    Afrinic, dhaabbanni dachii Afrikaatti teessoo IP (Internet Protocol) laatuu, mootummoota ajandaa siyaasaa geggeeffachuudhaaf jecha ummata irratti intarneetii cufan adabuudhaaf sochii eegaluu isaa beeksise. Akka...

    Saayinsistoonni Jarmanii ‘aduu namtolchee’ irratti qorannoo taasisaa jiru

    Qorattoonni biyya Jarmanii ‘aduu namtolchee guddittii addunyaa’ waan jedhanii moggaasan irratti qorannoo addaddaa geggeessaatiin jiru. Qorannoon kuni kan geggeeffamaa jiru buufata qorannoo naannoo Kolanitti...

    Sanyiin leencaa kanniin biroon adda ta’uu hin oolu jedhame bosona Baalee keessatti argame

    Qorattoonni sanyii leencaa yeroo dheera dura badeera jedhamee amanamaa ture bosona Baalee keessatti argan. Sanyii leencaa kana kaameraa isaatiin kan qabe, Çağan Şekercioğlu, qorataa...

    Woyyaaneen seera viidiyoo, suuraa fi barreeffama ajjeechaa isii saaxilu intarneetiirratti gadi lakkisuu yakka taasisu baasuudhaaf

    Seera yakkaa haarofni Woyyaaneen baasuudhaaf tirtiraa jirtu keeyyata viidiyoolee, suuraa fi barreeffama 'fincila, hookaraa fi wolitti bu'iinsa' uumuu malu jettu intarneetii irratti gadi lakkisuun yakkaan...

    Bloomberg | Twitter & WhatsApp Down in Ethiopia Oromia Area After Unrest

    Internet messaging applications such as WhatsApp haven’t worked for more than a month in parts of Ethiopia that include Oromia region, which recently suffered...

    Dawaa HIV guutummatti baalleessuu danda’u argachutti dhihaanne jedhu saayinsistoonni

    Dhukkubni HIV/AIDS woggoota hedduuf magaalaafi baadiyaa addunyaa hunda keessa burraaqaa erga turee booda dawaa antiretroviral therapy (ART) jedhamuun hanga tokkos ta’u lugaamameera. Fedhiin saayinsistootaa,...

    Fayyadamtoonni Facebook biliyoona 1.5 dhaqqaban

    Dhaabbanni Facebook addunyaa irratti namoonni biliyoona 1.5 fayyadamtoota Facebook akka ta’an ibseera. Kana jechuun %30 dhala-namaa kanniin umriidhaan 15 – 65 jidduu jiranii fayyadamtoota...

    Google teknolojii ergaa e-mail’f battalumatti deebii laatu uumuu ifa godhe

    Hanga ammaatti e-mail isin bira gayu hundaaf deebii laataa kan ture isinuma. Deebii kan laattan battalumatti ykn guyyoota booda ta’uun nimala. Amma garuu suni...

    Facebook satalaayitiidhaan intarneetii ummata Afrikaa biraan gayuuf qophiirra jira

    Dhaabbanni Facebook garee saatalaayitii Eutelsat (Faransaayii) woliin ta’uudhaan tajaajila intarneetii gama saatalaayitiin darbu kafaltii malee ummata ardii Afrikaa biraan gayuuf xumura irra gayaniiru. Kallattiin...

    Latest articles