More

    Ispoortii

    Tigist Tufaa maratoonii Landan moo’atte

    Maratoonii Landan kaleessa geggeefameen Tigist Tufaa injifannoo boonsaa galmeessisuu dandeetteerti. Tigist fiigicha kan injifannoon kan xumurte sa'aa 02:23:22n. Tigist maratoonii Landan injifachuudhaan abdii Meerii...

    CL: Baarseloonaa, Riyaal Maadriid, Baayer Muniikiifi Juveentus marsaa itti aanutti dabran

    Garee 32 Shaampiyoonaa  kilaboota Awurooppaa irratti hirmaatan keessaa kilaboonni 4 wolakkeessa xumuraaf dhiyaatan beekkaman. Kilaboonni  wolakkeessa xumuraaf dabran Baarseloonaa, Riyaal Maadriid, Baayer Muniikiifi Juveentus...

    Ganzabee Dibaabaa ‘Sportswoman’ bara 2014 jedhamtee badhaafamte

    Sagantaa badhaasaa bara kana Laureus World Sports Awards Shaanghaay, Chaayinatti qopheesse irratti gootittiin atleet Ganzabee Dibaabaa 'sportswoman' bara 2014 jedhamtee moggaafamte. Kana jechuun dubartii keessaa gosa...

    Abarraa Kumaa maratoonii Rootardaam injifate

    Injifannoon maratoonii Rootardaam bara 2015 kan kufe harka atleet Abarraa Kumaatti. Abarraan injifannoo isaa kan mirjkaneesse 2:06:46 itti galuudhaan. Abarraan Rootardamitti injifatus sa'aa Fulbaana dabre...

    Arsenaaliifi Riyaal Maadriid kanniin muummee liigii irra jiranitti dhiphisan

    Arsenaal 1 - 0n Barnileey injifachuudhaan abdii liigiicha injifachuutti lubbuu hore. Injifannoon har'aa addaaddummaa Arsenaaliifi Cheelsii jidduu jiru gara qabxii afuriitti dhiphiseera.  Goolii Arsenaaliin...

    Arsenaal, Man U fi Cheelsiin taphoota har’aa injifannoon goolaban

    Taphoota sanbata har'aa kilaboota Priimer Liigii Ingiliiz heddu jiddutti geggeeffameen kilaboonni gabatee Priimer Liigii irrati sadadarkaa ol'aanaa irra jiran hundi morkattoota isaanii moo'achuu danda'aniiru....

    Ganzabee Dibaabaa fiigicha m5000 Carlsbad itti geggeeffame injifatte

    Atleetiin Oromoo Ganzabee Dibaabaa fiigicha m5000 Carlsbad, California itti geggeefame moo'atte. Ganzabeen fiigicha kana moo'achuu qofa osoo hintaane sa'aan isiin ittiin galtes baay'ee isa duraa...

    Manchastar Yunaayitid Arsenaaliin 2 – 1n injifatamee FA Cup ala ta’e

    Gareen Arsenaal garee Manchastar Yunaayitid 2 - 1n moo'achuudhaan tankaarfii guddaa gara geeba FA Cup wolitti aansee moo'achuutti godhe. Arsenaal, Manchastar Yunaayitidiin dirree 'Old...

    La Liigaa Ispeenitti Riyaal Maadriid yoo injifatu Baarseloonaan Nu Kaampitti moo’atame

    Taphoota kilaboota La Liigaa Ispeen jiddutti geggeeffameen oduun guddaan torbaan kanaa rifannoota injifatamuu Malaagaa irraa Baarseloonaa mudateedha- sanuu Nuu Kaampitti. Baarsaan 1 – 0...

    Latest articles