More

    Kubbaa miilaa

    Yayaa Turee taphataa Aafrikaa ta’uudhaan muudame

    Yayaa Turee, tapahtaa Manchester Siitii, taphataa Aafrikaa bara kanaa ta’uun muudame. Yaayaa Turee yeroo sadaffaaf wolitti aansee badhaasa kana kan argatte. Bara dabre taphtaan...

     Ronaaldoon Sadrkaa Ol’aanaa Irra Jiraachuu Isaa Ibse

    Kristiyaanoo Ronaaldoon seenaa isaa keessatti akka amma taphataarutti kubbaa miilaa taphtee ykn itti milkaayee takkaa hinbeeku. Akka ibsa taphataa Riyaal Maadriid kanatti, sadarkaan amma...

    Gareen Braazil ‘Selecao’n Kufaatii Geeba Addunyaa 2014 Irraa Dandamate

    Gareen Braazil kufaatii maaltu akka isa irra gaye beektu, yaadattu- namoonni geeba addunyaa bara 2014 duukaa buutan. Geebni dachii isii irratti qopheesite harka isii...

    Latest articles