More

    Kubbaa miilaa

    Taphoonni waancaa kubbaa miilaa Aafrikaa (CAF) 30ffaan har’a Ekuwaatooriyaal Giinii keessatti eegala

    Woldorgommiin dirree Aafrikaa irratti, kubbaa milaan ol’aantummaa argachuuf, woggaa lamatti altokko geggeeffamu har’a eegala. Woldorgommii kana irratti kan hirmaatan biyyota 16 yoo ta’ani, woldorgommiin...

    Kiristiyaanoo Ronaaldoon FIFA Ballon d’Or bara 2014 injifate

    Taphattoota 3 turan kan dorgommii Ballon d’Or bara 2014f cuunfamanii dhihaatan: Ronaaldoo, Messiifi Manu’eel Nu’eer turan.  Yeroo dheeraadhaaf isa kana, santu injifata jedhamaati mormiifi...

    Arsenaal injifate. Cheelsiifi Manchastar lamaan morkattoota isaanii woliin qabxii qooddatan

    Cheelsiin qabxii 3 Priimer Liigii ittiin hoogganaaru tikfachuu danda’e. Kuni erga Cheelsiin Saawuzhamton woliin 1 – 1 gargar bayeeti. Manchastar Siitiin dirree isaa irratti...

    Manchastar, Arsenaal, Cheelsii fi Manchastar Siitiin yoo injifatan, Liivarpuul ammas qabxii gate

    Taphoota Priimer Liigii torbaan kana geggeeffameen kilaboonni hedduu rukutaman, qabxii gatan Liivarpuuliifi Niwuukaasel Yunaayitid dha. Liivarpuul harka Manchastaritti fundura daawwattoota 75,000 tti kan 3...

    Arsenaalii fi Cheelsiin Injifataman; Manchastar Siitiin Cheelsitti dhiphise

    Daqiiqaan afurtanii-shanan jalqabaa Arsenaaliifis ta’ee deeggartoota isaa hundaaf kan rifannootaa, wonti hineegne keessatti raawwate ture. Taphni jalqabeen osoo qajeelatti hinbeekamne kan Piiter Krawuch goolii...

    Taphattoonni 3 Ballon d’Or’ 2014 injifachuu malan beekaman

    Addunyaa ispoortii keessatti, keessumattuu ganda kubbaa miillaatti, oduun oo’ituu tarii mi’ooftuun tibbanaa eenyutu ‘Ballon d'Or’ FIFA bara 2014 injifata kan jedhu. Tarree dheeraan gara...

    Taphootaa Liigii Shaampiyoonaa Awrooppaa geggeeffameen Arsenaal, Cheelsii, Baarseloonaa, Riyaal Maadriid fi Siitiin injifatan. Li’oneel Messiin ammas abbaa rikoordii haarawaati

    Taphoota gareelee adda addaa biyyoota Awurooppaa jiddutti ta’een kanneen ni injifatan jechuun eeggaman injifatan, garuu wonti hineeggamne tokko tokko hin uumamne jechuun hindanda’amu. Taphni...

    La Liigaa Ispeenitti Maadriid, Baarseloona fi At. Maadriid injifatan. Messiin rikoordii haarawa galmmeessise

    FC Baarseloonaan tapha isaa torbaan kanaa goolii 5 - 1 morkataa isaa garee Siviyyaa qaanfachiise. Tapha kana irratti Li’ooneel Messiin goolii 3, Neymaar 1,...

    Manchastar lamaan, Cheelsiifi Baayer Muniik injifatan. Arsenaal qabxii gate

    Taphoota Primer Liigii Ingiliiz guyyaa har’aa garee garagaraa jiddutti ta’een gareen Cheelsii, Manchastar Yunaaytidii fi Manchastar Siitiin injifannoo goonfatan. Gama biraatiin gareen Arsenaal, West...

    Latest articles