More

    Atleetiksii

    Gootittiin atleet Ganzabee Dibaabaa fiigicha mt 1500 rikoordii addunyaa cabsite

    Gootittiin Oromoo atleet Ganzabee Dibaabaa fiigicha meetira 1500'niin rikoordii addunyaa kan cabsite wolmorkii atleetiksii Diamond League guyyaa har’aa Monaakotti geggeeffamen. Rikoordii mt 1500 cabsuuf...

    Woldorgommii atleetiksii Siwiizerlaanditti ta’een Yoomiif Qajeelchaa 2ffaa ta’uun xumure; Siifan Hasan moo’atteerti

    Gama atleetiksiitiin dirree Lausanne (Siwiizerlaand ) irratti wolmorkii oo’atu ture; guyyaa kaleessaa. Atleetonni keenya fiigicha gosa hedduu irraa qooda fudhatan. Irra jireessatti garuu qalbii...

    Ganzabee Dibaabaa Paris Diamond League injifatte

    Falamiin mt5000 jidduu dubartootaatti guyyaa har’a magaalaa Paaris dirree Staad di Fransitti geggeeffame irra jireessatti akkuma eeggametti kan xumurame. Fiigichi kuni akkuma durumaa kaase...

    Paris IAAF Golden Diamond League irratti falamiin kan godhamu Ganzabee Dibaabaafi Almaaz Ayyaanaa jiddutti

    Bara kana isaan lamaanuu rikoordii m5000 cabsuuf kan isaaniif hafe sekondii yartuu ture. Erga barri 2015 eegalee atleetonni bebbeekamoon kunniin dirree falamii irratti wolhinqunnamne....

    Almaaz Ayyaanaa Raabaat (Morokoo) irratti fiigicha mt 3000n rikoordii haarawa galmeessiste

    Tibbana oduu injifannoon alatti wonti biraa dirree fiigichaa irraa bubbisutti hinjiru. Atleetonni keenya hundi, Shaangihaay irraa hanga Oslootti, Kalifoorniyaa irraa hanga Roomitti kan galan...

    Ganzabee Dibaabaa IAAF Diamond League mt 5000 magaalaa Osloo moo’atte

    Fiigicha meetira 5000 dubartoota jiddutti guyyaa har’aa Noorweey magaalaa Oslootti geggeeffameen atleetonni biyya keenyaa injifannoo guddaa argamsiisaniiru. Wolmorkii cimaa Diamond League isa Osloo kana,...

    Yoomiif Qajeelchaa fiigicha mt 5000, Mohaammad Amaan mt 800n IAAF Diamond League Roomii injifatan

    Atleet Yoomiif Qajeelchaa fiigicha IAAF Diamond League guyyaa kaleessaa magaalaa Roomii Xaaliyaanitti geggeeffame moo’ate. Atleet Yoomiif injifannoo isaa kana kan mirkaneeffate daqiiqaa 12:58:39 itti fiigicha...

    Almaaz Ayyaanaa mt 5000n Shanghai Diamond League moo’atte

    Kan Almaaziin eege heddu hinturre. Ijaafi gurri hundaa waan Bogdaan Bondarenkoofi Mutaaz Barshim godhuuf deeman dhagayuuf kan qophaaye. Garuu, gootittiin Almaaz Ayyaanaa fiigicha meetira...

    Tigist Tufaa maratoonii Landan moo’atte

    Maratoonii Landan kaleessa geggeefameen Tigist Tufaa injifannoo boonsaa galmeessisuu dandeetteerti. Tigist fiigicha kan injifannoon kan xumurte sa'aa 02:23:22n. Tigist maratoonii Landan injifachuudhaan abdii Meerii...

    Latest articles