More

    Fayyaa fi Jaalala

    Haawwotiin hiyyummaafi qilleensa faalameef saaxilaman ijoollee IQ gad’aanaa qaban dayan, jedha qorannoon

    Erga dhalatanii booda jiruu gaarii qabaachuufi naannoo bareedaa keessatti guddachuun guddinaafi fayyaa daa’immaniitiif, isa qaamaafi sammuu, baay’ee murteessaa ta’uu isaa saayinsiin kan irratti wolii...

    Gabaasa Gammachuu Addunyaa bara 2015tiin Itoophiyaan sadarkaa 122ffaa irratti argamti

    Gabaasni Gammachuu Addunyaa (Wolrd Happiness Report) 2015 ifa ta'e. Akkuma maqaan isaa ifatti mul'isutti gabaasni kuni kan xiyyeefatu ummanni biyyoota addaddaa keessa jiraatan sadarkaan...

    Jaalalli dhugaa qabxiilee 10 kanniin ufkeessatti ammata

    Kan akka jalalaa jaalatamuufi faarfamu jira hinfakkaatu. Hundi jaalachuufi jaalatamuu fedha. Bineensotaafi allaattiis dabalatee. Jaalalli gammachuu qaba. Jaalalli, seeraan hinqabamu tanaa, gadda, kufaatiifi cabiinsa hamilee...

    Zeeytiin zeeytuunaa dhibee kaansariitiif dawaa ta’uun nimala jedhame

    Zeeytiin zeeytuunaa dhibee heddu namarraa ittisuufis ta’ee erga dhibeen qabamaniis nama fayyisuu kan danda’u ta’uu isaati kan yeroo heddu himamu. Zeeytiin kuni keessumattuu...

    Daandii 8 ijoollee gamnummaafi gammachuun guutaman ittiin guddisuun danda’amu

    Maatiin hundi daa’imman akkamii guddisuu barbaaddan gaafiin jedhu yoo dhihaatuuf deebiin isaani ifa. Hundumti jechuun nidanda'amaa, ijoollee gamnummaafi gammachuun guutaman qabaachuu fedha. Hawwiin maatii...

    Amaloota 10 sadarkaa ufitti amaniinsa guddaa ittiin horachuun danda’amuun

    Waa hojjachuu feena, garuu hindandeenyu jedhaa ufihiina; ufdhoorgina. Waa dubachuus barbanna; ammas namni nutti kolfinnaaf qaanfanna, afaan qabanna. waan yaanne godhuu irraa adabanna. Intala...

    Dubartiin takka jaalala keetiin qabamuu akkamitti beekta?

    Jaalachuun, jaalalaan qabamuun hundi adeemsa jireenyaa ilma namaati. Jaalanna, waan barbaannu harkatti galfachuuf tattaafanna. Dhumarratti hangi tokko itti milkoofna. Kan jaalatu hundi wan jaalatu...

    Qabxiilee 20 jireenya gammachuun guutame akka jiraannuuf nugargaaran

    Jireenya injifachuun, jireenya gammachuun guutamte jiraachuun waan salphaa miti; hedduun namaa saahuu hawwa garuu. Haala jireenya keenyaa, haaluma jirru keessatti jechuudhaa, malaan geggeeffanne taanaan...

    Eebjuun bebbeekamoon hiika maal qabu laata?

    Yeroo ijoollumaa, gaafa xixiqoo sanii, eegallee eebjuu keessa fiigna, dheessina. Yeroo tokko tokko maallaqa guurra, lafa irraa hammaarra. Qilee irraas utaalla ykn itti kufna....

    Latest articles