More

    Diinagdee

    Kubbaaniyaa bu’uuressuuf qabxiileen ijoon guutamuu qaban maaliidha?

    Daldala ykn akka amma namoonni heddu jedhanitti ‘business’ eegaluu feeta? Yaada bayeessa. Business eegaluuf yaaduun waan tokko. Hujii mootummaas ta’ee kubbaaniyaa biroof qaxaramanii hojjachuu...

    Amaloota 7 dureeyyii addunyaa gurguddoo irraa calaqqisan

    Durummaan waan lotoriin injifatamu ykn waan kadhaan qofaan  argamuu miti. Hojjachuufi dadhabe osoo hinjenne tattaafachuu gaafata. Afaan biraatiin durummaan bu'aa dafqa nama tokkooti-...

    Daldalli alergii abaaboofi kuduraa Itoophiyaa guddataa dhufuun beekame

    Itoophiyaan alergii abaaboo irraa bara 2014 keessa doolaara Ameerikaa miliyoona 245 argachuun isii beekameera. Kunis %6n woggaa dabre irraa guddina agarsiise. Baatii 6 dabranittis...

    Sufiyan Ahmed Among Eight Candidates for African Development Bank presidency

    Three African finance ministers are among eight candidates in the running to replace Donald Kaberuka as president of the African Development Bank. Ethiopia’s Sufian Ahmed,...

    Amaloota yeroo heddu dureessaafi hiyyeessa irraa calaqqisan

    Durummaa takkaa qabeenya horuu kan hinbarbaanne hinjiru; jiraata yoo ta’e baay’ee xiqaadha. Ta’uus, hundaa miti kan duroomu, kan milkaayu. Sababoonni durummaafi hiyyummaa gargar baasan heddu:...

    Namoonni jimaa Ameerikaa seensisuufi raabsuu irratti bobba’an jedhaman mana murtee New York tti dhihaatan

    Namoonni kudha torba (17) sadarkaa addunyaatti daldala jimaa (caatii) geggeessaa turan jedhamanii kana dura too’annaa poolisii jalagalan jimaata dabre mana murtii magaalaa New York...

    Qabeenyi Liibiyaa Raandii triliyoona heddutti shallagamu Aafrikaa Kibbaa keessatti dhoksameera jedhame

    Horiin Liibiyaa triliyoona heddutti laakkayamu Aafrikaa Kibbaa keessaatti dhoksamee akka jiru ‘the Sunday Independent’ gabaase. Akka gabaasa kanaatti irra jireessi horii kunaa dhoksaan kan...

    Daldalli meeshaalee qulqullina hinqabnee Itoophiyaa keessatti rakkoo guddaa ta’eera

    Daldalli dhimma meeshaa qulqullina qabu ykn dhugaa daandii seeraa qabeessaan wolgeeddaruu qofaa irratti kan hundaayee miti. Dhimma woljijiirraa, bittaa gurgurtaa, kana keessatti wontoota seera...

    Itoophiyatti gufuuleen brokraasii sochii daldalaa danqaa jiru jedha Baankiin Addunyaa

    Gabaasni Baankii Addunyaa (BA), Doing Business 2015, akka mul’isutti Itoophiyaan gufuulee sochii daldalaa fi diinagdee daqan hir’isuu irratti hedduu hinmilkoofne. Akka qorannoon BA biyyoota...

    Latest articles