Sirboota Oromoo jaalalaa kanneen durii (oldies)
Sirbooota Oromoo jaalalaa kanneen yeroon hin shaarre weellistoota Oromoo bebbeekamoo hunda irraa. Sirboota akka Awaash osoo walirraa hincinne yaa’an dhugaa dheebuu sirboota Oromoo duriif qabdan bayaa.
Timeless love songs!
All-time Best Oromo Love Songs /4 hrs Oromo chill-out