More

    Siyaasa

    Perezidaantiin Somaaliyaa Alii Sharmarkee Muummicha Ministeraa godhuun muude

    Perezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmuud Sadaasa 17 ob.Omar Abdirahmaan Alii Sharmarkee Muummicha Ministeraa (MM) godhee muude. Perezidaantiin biyyattii kaadhimamaan MM Omar Abdirahmaan Alii Sharmarkee...

    Naayijeeriyaan miseensota raayyaa woraanaa 54 irratti adabbii du’aa murteessite

    Ajaja fudhachuu diduu, nunnumaa fi loluu diduun sababoota miseensonni raayyaa woraanaa kunniin akka du’aan adabamaniif murteen irratti darbeedha. Namoonni tankaarfiin adabbii du’aa kuni irratti...

    Hidhattoonni Taalibaan Paakistaan keessatti namoota 145 ajjeesan;132 barattoota

    Akka gabaasa BBC tti, hidhattoonni Taalibaan ajjeechaa kana kan raawwatan mana barnootaa bulchiinsa raayyaa woraana biyyattii jala jiru kan naannoo Peshaawaaritti argamu tokko seenuudhaan....

    Iggitiin magaalaa Siidnii sa’aa 16 booda du’a nama 3 xumurame

    Iggitiin magaalaa Siidnii sa’aa 16 oliif ture, du’a nama sadiin goolabame: namoota iggitaman lamaafi kan Namoonni 4 biroos madaahanii gara hospitaalaatti geeffamaniiru. Kanniin iggitamanii...

    Amnesty International Itoophiyaan kan hidhaman akka gadilakkistu, mormitootas burkuteessuu akka dhaabdu gaafate

    Akka ibsa Amnesty International (AI index 25/009/2014) sadaasa 10, 2014 baasetti, Sadaasa 5 fi 6, 2014 humnoonni nagaa fi tasgabbii biyyattii Finfinnee (FFN) keessatti...

    Dubartiin Itoophiyaa Sa’udii Arabiyatti daa’ima wowworaantee du’aaf saaxilte du’aan adabamte: Lammiin biroos AK tti ajjeefame

    Lammiin Itoophiyaa biroos hate jedhame Johaanisbarg, Aafrikaa Kibbaatti dhagaan tumamee ajjeefame Dubartiin lammii Itoophiyaa ,Kadiijaa Muhaammad Iisaa, magaalaa Hafar al-Batiin, Kaaba-baha Sa’udii Arabiyaatti du’aan adabamte,...

    Dooniin baqattoota Itoophiyaa 70 baadhattee gara Yaman imalaa turte dhidhimte

    Akka ibsa Minstera Haajaa Biyyakeesaa Yamaniitti, dooniin baqattoota 70 baadhattee qarqara Somaaliyaa irraa gara Yamanitti imalaa turte takka galaana Diimaa keessatti dhidhimte. Kunis kan...

    Naannolleen [states] Ameerikaa 17 perezidaant Baarak Obaamaa irratti himannaa dhiheessan

    Naannoleen 17 biyya Ameerikaa perezidaantii biyyattii Baaraak Obaama irratti himannaa kan dhiheessan tankaarfii bulchiinsaa Obaamaan immaammata goodaansaa   biyyatti irratti fudhate, as dhihoo...

    Niitii fi ilmoon Al-Bagdaadii Libaanos keessatti qabamuun isaanii ifa godhame

    Niitiin fi ilmoon geggeessaa garee Biyyoota Islaamaa (ISIS) Abu Bakr al-Bagdaadii Libaanos keessatti qabamuu isaanii gabaasaaleen garagaraa mul’isutti jiran. Akka angawaa biyya Libaanos tokkotti,...

    Latest articles