More

    Ispoortii

    Ganzabee Dibaabaa Paris Diamond League injifatte

    Falamiin mt5000 jidduu dubartootaatti guyyaa har’a magaalaa Paaris dirree Staad di Fransitti geggeeffame irra jireessatti akkuma eeggametti kan xumurame. Fiigichi kuni akkuma durumaa kaase...

    Paris IAAF Golden Diamond League irratti falamiin kan godhamu Ganzabee Dibaabaafi Almaaz Ayyaanaa jiddutti

    Bara kana isaan lamaanuu rikoordii m5000 cabsuuf kan isaaniif hafe sekondii yartuu ture. Erga barri 2015 eegalee atleetonni bebbeekamoon kunniin dirree falamii irratti wolhinqunnamne....

    Almaaz Ayyaanaa Raabaat (Morokoo) irratti fiigicha mt 3000n rikoordii haarawa galmeessiste

    Tibbana oduu injifannoon alatti wonti biraa dirree fiigichaa irraa bubbisutti hinjiru. Atleetonni keenya hundi, Shaangihaay irraa hanga Oslootti, Kalifoorniyaa irraa hanga Roomitti kan galan...

    Ganzabee Dibaabaa IAAF Diamond League mt 5000 magaalaa Osloo moo’atte

    Fiigicha meetira 5000 dubartoota jiddutti guyyaa har’aa Noorweey magaalaa Oslootti geggeeffameen atleetonni biyya keenyaa injifannoo guddaa argamsiisaniiru. Wolmorkii cimaa Diamond League isa Osloo kana,...

    Galii taphattotaa: Ronaaldoo, Mesiifi Zilaataan Ibrahimovich sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaa qabatan

    Dirree kubbaa irratti taphataa kamtu caalaan, irra jireessatti Ronlaadoofi Mesii wolbira qabaa, falamii yeroo hedduuf adeemaa tureedha. Isa kanatu san caalaa, bifa wolnama hindhabsiisneen,...

    Yoomiif Qajeelchaa fiigicha mt 5000, Mohaammad Amaan mt 800n IAAF Diamond League Roomii injifatan

    Atleet Yoomiif Qajeelchaa fiigicha IAAF Diamond League guyyaa kaleessaa magaalaa Roomii Xaaliyaanitti geggeeffame moo’ate. Atleet Yoomiif injifannoo isaa kana kan mirkaneeffate daqiiqaa 12:58:39 itti fiigicha...

    Jaavii Hernaandeez Baarseloonaa gadilakkisuun isaa mirkanaaye

    Kan Baarseloonaa beeku hundi Jaaviiyeer ‘Jaavii’ Hernaandeez hinbeeku jechuun nama dhiba. Jaaviin woggoota 17 argaa Baarseloonaaf fuula, dirree taphaa irratti ammaoo motora ta’ee tajaajilaa ture....

    Almaaz Ayyaanaa mt 5000n Shanghai Diamond League moo’atte

    Kan Almaaziin eege heddu hinturre. Ijaafi gurri hundaa waan Bogdaan Bondarenkoofi Mutaaz Barshim godhuuf deeman dhagayuuf kan qophaaye. Garuu, gootittiin Almaaz Ayyaanaa fiigicha meetira...

    Cheelsiin Priimer Liigii Ingiliiz bara 2014/15 injifate

    Cheelsiin Priimer Liigii Ingiliiz bara 2014/15 injifate. Cheelsiin injifannoo kan gonfate tapha guyyaa har’aa dirree isaa Staanfoord Briij irratti garee Kiristaal Paalaas wojjiin taasiseen....

    Latest articles