More

    Ispoortii

    Cheelsiin Arsenaaliin yoo moo’atu Manchastar Siitiin Weest Hamiin injifatame

    Hedduun namaa tasa kana hin eegne. Kanniin xiinxallaa kubbaa miilaa laatanis kuni ni ta'a jedhanii hin tilmaamne. Cheelsiin yeroo dheeraadhaaf injifatee dirree bayuu dagate...

    Yoomiif Qajeelchaa wolmorkii Diamond League Biraasilsitti geggeefame injifate

    Wolmorkii atleetiksii Diamond League 2015 magaalaa Braasilsitti geggeeffameen Yoomiif Qajeelchaa meetira 5000'n injifannoo guddaa argate. Yoomiif morkattota isaa irratti ol'aantummaa kan argate fiigicha daqiiqaa...

    Ganzabee Dibaabaa mt 1500’n shaampiyoonaa addunyaa taate

    Gootittiin atleetii Oromoo Ganzabee Dibaabaa fiigicha meetira 1500 daqiiqaa 4:08.09 xumuruudhaan haadha meedaaliyaa worqee ta’uu dandetteerti. Ganzabeen morkattoota isii irratti ol’aantummaa kana kan argatte...

    Galatee Burqaa fiigicha Beejiingitti geggeeffameen injifannoo gonfatte

    Fiigicha meetira 10,000 IAAF World Championship 2015 magaalaa Beejiingitti geggeeffame irraa qooda kan fudhatan atleetota Itoophiyaa sadi turan. Meedaliyaa argachuu kan danda’e garuu Galatee...

    Gootittiin atleet Ganzabee Dibaabaa fiigicha mt 1500 rikoordii addunyaa cabsite

    Gootittiin Oromoo atleet Ganzabee Dibaabaa fiigicha meetira 1500'niin rikoordii addunyaa kan cabsite wolmorkii atleetiksii Diamond League guyyaa har’aa Monaakotti geggeeffamen. Rikoordii mt 1500 cabsuuf...

    Addunyaa ispoortiitti qabeenyaan Riyaal Maadriid 1ffaa; Baarseloonaafi Manchastar 4ffaa fi 5ffaa dha

    Akka gabaasni barruu Forbes ifa godhetti qabeenyaan gareen ispoortii gosa kamiiyyuu addunyaa tana irratti Riyaal Maadriid hindursu. Riyaal Maadriid ol’aantumma qabeenyaa garee ispoortii hundarratti...

    Shiweeyinistaayigerfi Rahiim Sterliing Manchastaritti godaanan; waa’een S Raamos, K Benzemaafi Di Mariyaa akkuma rarra’etti

    Oduun oo’aan ammaa isa gooliifi geebaa miti; isa taphattoonni kilabii isa tokkoo gara isa biraatti daddarbuu addeessu malee. Kanumaan wolqabatee oduun gurguddaan kan dhagayamaa...

    Taphataan Riyaal Maadriid Iker Kasiyyaas Poortoof mallatteessuuf

    Hanga yeroo dhihootti qillensa oduu ture. Amma garuu oduu mirkanaaye. Taphataan beekamaan, fuula Riyaal Maadriid hanga jedhamuutti kan gaye, Iker Kasiyyaas Riyaal Maadriidn gargar...

    Woldorgommii atleetiksii Siwiizerlaanditti ta’een Yoomiif Qajeelchaa 2ffaa ta’uun xumure; Siifan Hasan moo’atteerti

    Gama atleetiksiitiin dirree Lausanne (Siwiizerlaand ) irratti wolmorkii oo’atu ture; guyyaa kaleessaa. Atleetonni keenya fiigicha gosa hedduu irraa qooda fudhatan. Irra jireessatti garuu qalbii...

    Latest articles