More

    Kubbaa miilaa

    CL: Baarseloonaa, Riyaal Maadriid, Baayer Muniikiifi Juveentus marsaa itti aanutti dabran

    Garee 32 Shaampiyoonaa  kilaboota Awurooppaa irratti hirmaatan keessaa kilaboonni 4 wolakkeessa xumuraaf dhiyaatan beekkaman. Kilaboonni  wolakkeessa xumuraaf dabran Baarseloonaa, Riyaal Maadriid, Baayer Muniikiifi Juveentus...

    Arsenaaliifi Riyaal Maadriid kanniin muummee liigii irra jiranitti dhiphisan

    Arsenaal 1 - 0n Barnileey injifachuudhaan abdii liigiicha injifachuutti lubbuu hore. Injifannoon har'aa addaaddummaa Arsenaaliifi Cheelsii jidduu jiru gara qabxii afuriitti dhiphiseera.  Goolii Arsenaaliin...

    Arsenaal, Man U fi Cheelsiin taphoota har’aa injifannoon goolaban

    Taphoota sanbata har'aa kilaboota Priimer Liigii Ingiliiz heddu jiddutti geggeeffameen kilaboonni gabatee Priimer Liigii irrati sadadarkaa ol'aanaa irra jiran hundi morkattoota isaanii moo'achuu danda'aniiru....

    Manchastar Yunaayitid Arsenaaliin 2 – 1n injifatamee FA Cup ala ta’e

    Gareen Arsenaal garee Manchastar Yunaayitid 2 - 1n moo'achuudhaan tankaarfii guddaa gara geeba FA Cup wolitti aansee moo'achuutti godhe. Arsenaal, Manchastar Yunaayitidiin dirree 'Old...

    La Liigaa Ispeenitti Riyaal Maadriid yoo injifatu Baarseloonaan Nu Kaampitti moo’atame

    Taphoota kilaboota La Liigaa Ispeen jiddutti geggeeffameen oduun guddaan torbaan kanaa rifannoota injifatamuu Malaagaa irraa Baarseloonaa mudateedha- sanuu Nuu Kaampitti. Baarsaan 1 – 0...

    Taphoota Priimer Liigii Ingiliiz sanbata kana geggeeffame Arsenaaliifi Manchastar Siitiin injifannoon xumuran

    Woldorgommii guyyaa har'aa kilaboota addaddaa priimer Liigii Ingiliiz jiddutti geggeeffameen Arsenaaliifi Manchastar Siitiin yoo injifatan, Manchastar Yunaayitid moo'atame. Cheelsiin  morkataa isaa woliin qabxii qoodamuuf...

    Ayvoorikoost waancaa Aafrikaa 30ffaa harkatti galfatte

    ‘Kilabii kee wojjiin yoo injifattu waan raajiidha. Biyya kee wojjiin yoo ta’e ammo waan hinamanamneedha,’ jedhe Yaayaa Turee erga biyyi isaa waancaa Aafrikaa 30ffaa...

    Gaanaafi Iyvoorikoost waancaa Aafrikaa 30ffaa harkatti galfachuuf Dilbata dirree seenu

    Jalqabaa kaasee waancaaf nidhihaatan jedhamanii kanneen eeggaman keessa jiru Gaanaafi Iyvoorikoost.  Tilmaamni taajjabdootaafi beektota kubbaa miilaa  dhugaa ta’ee kunoo gareen lamaanuu morkattoota isaanii hunda...

    Arsenaal tapha FA Cup isa marsaa itti aanutti dabre. Cheelsiifi Manchastar Siitiin dorgommiin ala ta’an

    Taphoonni torbaan kana biyya Ingiliizitti geggeefaman taphhoota FA Cup dha.  Taphoota FA Cup kana irratti hundi hinmoo’anne, hundis qabxii gahaa hinarganne. Kanniin injifatan, marsaa ...

    Latest articles