More

    Kubbaa miilaa

    Cheelsii, Man Yu, Arsenaalii fi Man Siitiin moo’atan. Riyaaliifi Baarseloonaan wolmorkii cimatti jiru

    Taphoota Priimer Liigii torbaan kanaan Cheelsiin, Arsenaaliifi kilaboonni magaalaa Manchastar lamaan injifannoo gurguddaan xumuraniiru. Taphini Cheelsiifi Astoon Vilaa jiddutti geggeeffame 2 – 0’n kan raawwate....

    Manchastar Yunaayitid garaagarummaa Man Siitii wojjiin qabu dhiphisee

    Manchastar Yunaayitid taphicha suuta eegale.  Inumaa Saawuzhamtan ture goolii Graaziyaanoo Peeleen galcheen dursa fudhachuu kan danda’e. Ta’us garuu, garee taphattoota ciccimoo kanneen akka Antonii...

    Cheelsiin Arsenaaliin yoo moo’atu Manchastar Siitiin Weest Hamiin injifatame

    Hedduun namaa tasa kana hin eegne. Kanniin xiinxallaa kubbaa miilaa laatanis kuni ni ta'a jedhanii hin tilmaamne. Cheelsiin yeroo dheeraadhaaf injifatee dirree bayuu dagate...

    Addunyaa ispoortiitti qabeenyaan Riyaal Maadriid 1ffaa; Baarseloonaafi Manchastar 4ffaa fi 5ffaa dha

    Akka gabaasni barruu Forbes ifa godhetti qabeenyaan gareen ispoortii gosa kamiiyyuu addunyaa tana irratti Riyaal Maadriid hindursu. Riyaal Maadriid ol’aantumma qabeenyaa garee ispoortii hundarratti...

    Shiweeyinistaayigerfi Rahiim Sterliing Manchastaritti godaanan; waa’een S Raamos, K Benzemaafi Di Mariyaa akkuma rarra’etti

    Oduun oo’aan ammaa isa gooliifi geebaa miti; isa taphattoonni kilabii isa tokkoo gara isa biraatti daddarbuu addeessu malee. Kanumaan wolqabatee oduun gurguddaan kan dhagayamaa...

    Taphataan Riyaal Maadriid Iker Kasiyyaas Poortoof mallatteessuuf

    Hanga yeroo dhihootti qillensa oduu ture. Amma garuu oduu mirkanaaye. Taphataan beekamaan, fuula Riyaal Maadriid hanga jedhamuutti kan gaye, Iker Kasiyyaas Riyaal Maadriidn gargar...

    Galii taphattotaa: Ronaaldoo, Mesiifi Zilaataan Ibrahimovich sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaa qabatan

    Dirree kubbaa irratti taphataa kamtu caalaan, irra jireessatti Ronlaadoofi Mesii wolbira qabaa, falamii yeroo hedduuf adeemaa tureedha. Isa kanatu san caalaa, bifa wolnama hindhabsiisneen,...

    Jaavii Hernaandeez Baarseloonaa gadilakkisuun isaa mirkanaaye

    Kan Baarseloonaa beeku hundi Jaaviiyeer ‘Jaavii’ Hernaandeez hinbeeku jechuun nama dhiba. Jaaviin woggoota 17 argaa Baarseloonaaf fuula, dirree taphaa irratti ammaoo motora ta’ee tajaajilaa ture....

    Cheelsiin Priimer Liigii Ingiliiz bara 2014/15 injifate

    Cheelsiin Priimer Liigii Ingiliiz bara 2014/15 injifate. Cheelsiin injifannoo kan gonfate tapha guyyaa har’aa dirree isaa Staanfoord Briij irratti garee Kiristaal Paalaas wojjiin taasiseen....

    Latest articles