More

    Ispoortii

    Atleet Eebbisaa Ijjiguu fiigicha Kanaadatti geggeeffame irratti Woyyaanee balaaleffate

    Atleet Eebbisaa Ijjiguu fiigicha Maaratooni Kubeek (Kanadatti) geggeeffame irratti harka isaa lamaan olqabuudhaan mormii mootummaa Woyyaaneef qabuu fi deeggarsa qabsoo Oromoof  ibse. Ebbisaan mallattoo...

    Atleet Lammii Birhaanuu fi Atsadee Baayyisaa maaratoonii Boostan injifatan

    Atleetonni Oromoo wolmorkii maaratoonii Boostan, Ameerikati geggeeffame mooátan. Atleetonni keenya dhiiraa-dubartiin magaalaa Boostan kan dhuunfatan woggootta heddu booda. Atleet Lammii Birhaanuu fiigicha maaratoonii Boostan saáa...

    Ganzabee Dibaabaa IAAF World Athlete of the Year jedhamte

    Gootittiin ateleet Ganzabee Dibaabaa atleetii addunyaa (IAAF WOLRD Athlete of the year) bara 2015 jedhamte. Ganzabeen muudama kana kan argatte woldorgommii atleetota dubartoota guutuu...

    Atleetonni keenya fiigicha Ispeen, Jaappaanii fi Turkitti geggeeffame injifannoon xumuran

    Fiigicha fageenya km 9 IAAF Cross Country Atapuerca'tti, Ispeen, geggeeffame atleet Imaanaa Margaa daqiiqaa 25:02 galuudhaan injifate. Imaanaa Margaa dirree Atapuerca irratti wolmorkii kana kan...

    Alamuu Gammachuu maaraatooni magaalaa Dabliinii injifate

    Alamuu Gammachuu maaraatoonii magaalaa Dabliin, Aayerlaand, itti geggeeffameen morkattoota isaa hunda irratti ol’aantummaa boonsaa argate. Alamuun maaraatoonii Dabliin sa’aa 2:14:01 xumuruudhaan abbaa meedaaliyaa worqee...

    Atleetonni Itoophiyaa dhiiraa-dhalaan maaraatoonii Fraankifart injifatan

    Kallattii lameeniinuu, wolmorkii dhiiraa fi dhalaanis, atleetonni Itoophiyaa maaraatoonii Fraankifart moo’achuudhaan gootummaa isaanii akkuma baratame addunyatti agarsiisaniiru. Wolmorkii fiigicha maaratoonii worra dhiira jiddutti ta’een atleet...

    Natsaannat Guddataa fiigicha wolakkaa maratoonii Vaaleensiyaa moo’attee

    Natsaanat Guddataa, umriin 24, walakkaa maratoonnii Vaaleensiyaa (km 21) injifachuudhan atleetii Itoophiyaa isii jalqabaa taateerti. Natsaannat Guddataa fiigicha sa’aa 1:07:30 kan xumurte. Natsaannat Guddataa fiigicha...

    Cheelsii, Man Yu, Arsenaalii fi Man Siitiin moo’atan. Riyaaliifi Baarseloonaan wolmorkii cimatti jiru

    Taphoota Priimer Liigii torbaan kanaan Cheelsiin, Arsenaaliifi kilaboonni magaalaa Manchastar lamaan injifannoo gurguddaan xumuraniiru. Taphini Cheelsiifi Astoon Vilaa jiddutti geggeeffame 2 – 0’n kan raawwate....

    Manchastar Yunaayitid garaagarummaa Man Siitii wojjiin qabu dhiphisee

    Manchastar Yunaayitid taphicha suuta eegale.  Inumaa Saawuzhamtan ture goolii Graaziyaanoo Peeleen galcheen dursa fudhachuu kan danda’e. Ta’us garuu, garee taphattoota ciccimoo kanneen akka Antonii...

    Latest articles