More

    featured

    Kaaba Keeniyaatti hojjattoonni albuudaa 36 ajjeefaman

    Lammiiwwan Keeniyaa 36 hidhattoota leellistoota Islaamaan, Somaaliyaa irraa dhufuu hinoolle jedhamanii shakkaman, ajjeefamuun isaanii gabaafame. Ajjeechaan kuni kan raawwate Kaaba biyyattii nannoo Mandheeraattii kan...

    Allaattiin basaastuu Taalibaan jedhamte Afgaanistaan keessatti rukutamte

    Yoo allaattii takkaa naannoo keessanitti argitanii hinbeekeenen wolitti dhuftan shakkaa- eessa, maalii fi maaliin akka deemtu hinbeekamu waan ta’eef.  Oduu gama Afgaanistaanii nudhaqqabeen, silaa...

    Siwiizerlaanditti yaaliin laakkofsa baqattootaa woggatti 0.2% akka hincaalle godhuuf qiyyaafate fashale

    Biyya Siwiizerlaanditti filannoon geggeeffamee ture; dhimma laakkofsa baqattoota gara biyya saniitti koolugaltummaa gaafatan daangessuu irratti. Yaanni filannoof dhihaate woggaa woggatti baqataan gara Siwiizerlaand seenan 0.2%...

    Manni murtii Kaayiroo himannaa perezidaantii duraanii Hosnii Mubaarak irratti dhihaate kuffise

    Hosnii Mubaara, perezidaantii duraanii biyya Masrii, hanga kaleessaatti himannaa ajjechaa namoota 239 wolqabatee irratti banameef gara mana murtiitti deddeebi’aa turan. Namoonni kunniin kan du’an...

    Talaalliin Iboolaaf fala ta’uu mala jedhame argame

    Iboolaan kana booda carraa ufii jiraachuus, ta'e ilma namaa moo'achuu heddu waan qabu hinfakkaatu. Eeyyen, dubbiin Iboolaa hangam biyyoota itti babal’ate gaddisiisee, kanneen fagoo jiran...

    Gareen Obboleewwan Muslimoota Masrii hiriira nagaa guddaa waame

    Mootummaan hiriirichi bittinsuudhaaf qophii hunda xumurate Warri Obboleewwan Muslimootaa ‘Akhwaan Al-Muslimuun’ bara dabre  humna wooraa Masriitin (Al Siisiin) aangoo bulchiinsa biyya Masrii irraa ari’ame Sadaasa 28/2014...

    Taphootaa Liigii Shaampiyoonaa Awrooppaa geggeeffameen Arsenaal, Cheelsii, Baarseloonaa, Riyaal Maadriid fi Siitiin injifatan. Li’oneel Messiin ammas abbaa rikoordii haarawaati

    Taphoota gareelee adda addaa biyyoota Awurooppaa jiddutti ta’een kanneen ni injifatan jechuun eeggaman injifatan, garuu wonti hineeggamne tokko tokko hin uumamne jechuun hindanda’amu. Taphni...

    Tamsaasa kallattiin ‘International Space Station-ISS’ irraa dabruun ardii daawwatuun danda’ame

    Waan gubaa, gara samii keessa oljiru beekuun hawwii fi aabjuu hedduun keenna xiqqeennaa kaasee hawwine, woliin guddanne. Gamoo hedduu dheeraa ta’e irra bahanii namoota...

    Murteen salgeen seeraa ajjeechaa Maaykil Braawun irratti kenne jeequmsa guddaa Ameerikaa keessatti uume

    Salganeen seera ‘jury’ haala ajjeechaa Maaykil Braawun, mucaa ganna 18,  xiinxallaa ture murtee irra gahe ifa godhe. Akka qorannoo salganee kanatti  lubbuu Maaykil kan...

    Latest articles