More

    Fayyaa fi Jaalala

    Kunniin dhugaa hundi keenya beekuu qabnuudha

    Dhalli namaa akka bineensota biraa miti. Waan bineensota biraatiin adda nugodhu heddutu jira. Dhala namaa taanee erga uumamnee, dhugaa kanniinis simachutu nurraa eeggama. Qabxiileen kunniin...

    Faaydaalee shunkurtii kanniin beektuu?

    Jiraachuun nyaataan gargar hinbayu. Jiraachuuf nyaachuu qabna. Akka gaaritti nyaannaan ammoo jireenya fayya-qabeessa jiraanna; umrii dheeraas qabaanna. Nyaanni hundi tajaajila wolfakkaataa ykn wolqixa ta’e qaba...

    Dheerinni dubartiifi umriin ulfaa wolitti hidhata qabaachuun beekame

    Haadha irraa ilmoon kan dhaaltu waan heddu. Dheerinaafi bifti haadhaa ilmoo irratti dhiibbaa akka qaban ni beekama. Hojjaan haadhaa ilmoon garaa jirtu baatii sagal...

    Keeniyaa keessa gandi jiraattonni dubartoota  qofaa jiraachuu quba qabduu?

    Laga gama, asuma biyya ollaa Keeniyaa, ganda dubartoonni qofti keessa jiraatantu jira. Gandi Umojaa jedhamu kuni , bara 1990 hundeeffame, kan dubartoonni itti baqataniifi...

    Daa’imti umrii 11 gudeeddiin ulfoofte ilmoo dhalte

    Daa’imti umrii 11 humnaan gudeedamtee ulfaaf itti hinqophoofneef saaxilamte takka ilmoo dayuu gabaafame. Kuni kan uumame biyya Paaraaguwaayitti.  Akka gabaasa biyya sanii bayeetti daa’imti...

    Lameen woljaalatan gargar bayuun dubartii irra hubaatii sammuufi qaamaa cimaa geessa

    Lameen woljaalatan ykn dhiirsaafi niitiin gargar bayuun nama addaan deeme hunda irra miidhaa gosa adda addaa (keessumattuu isa qaamaafi sammuu ) qaqqabsiisa. Ta’us hundi...

    Barbareen nyaata mi’eessuuf qofa osoo hintaane umrii dheeressuufis faaydaa qabdi

    Qorannoon biyya Chaayinaatti namoota 487,375 irratti geggeefame kan mirkaneesse barbareen nyaata mi’essuuf qofa osoo hintaane umrii dheeressuufis faaydaa qabaachuu isiiti. Barbareen raajii kana kan...

    Dhimmoota hariiroo lamee woljaallattan jidduu jiru diiguu malan

    Hundi keenya nama jaallannu wojjiin jiraachuu ykn jireenya tasgabbii geggeeffachuu hawwina. Namni hundi kanatti nimilkaawa ykn hawwiin kuni niguutamaaf jechuun ammo hindanda’amu. Namoota (lamee)...

    Gorsa hayyootaa 13 dhagayuufi dalagaa irra oolchuu qabnu

    Jireenyaafi muuxxannoo hayyootaafi manguddootaa irraa waan heddu kan baratamu. Daandii isaan irraa waa ittiin barachuun danda'amu heddu. Inni tokkoo, tarii hawaasa tokko tokko keessatti...

    Latest articles