More

    Atleet Maaree Dibaabaa fiigicha maaratoonii moo’atte

    Akkuma atleetota keenya isaan biraa injifannoon alatti waan biraa kan hinbeekne atleet Maaree Dibaabaa woldorgommii atleetiksii Beejiingitti geggeeffamaa jiru irratti fiigicha maaratoonii injifachuudhaan shaampiyoonaa addunyaa taateerti. Maareen shaampiyoonaa addunyaa ta’uu kan dandeette fiigicha sa’aa 2:27,35 xumuruudhaan. Injifannoon Maareen galmeessiste rifaatuu maaratoonii dhiiraan moo’atamuun nurra gaye yeroofis ta’u akka dagatamu kan godhuudha.

    Maaree Dibaabaatti aananii fiigicha kan xumuran atleetota Keeniyaati. Atleetonni Keeniyaa meetiifi nahaasa gargar qooddataniiru.

    Admin
    Adminhttps://www.walabumedia.com/
    Researcher & blogger. Focus on Ethiopia, Oromia and the Horn of Africa. 2 Inspire Qubee Generation & Empower Afan Oromo speakers! For story tips, naqunnamaa. email awaashpost@gmail.com

    Latest articles

    Related articles

    Leave a reply

    Please enter your comment!
    Please enter your name here

    This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.