More

    Abarraa Kumaa maratoonii Rootardaam injifate

    Injifannoon maratoonii Rootardaam bara 2015 kan kufe harka atleet Abarraa Kumaatti. Abarraan injifannoo isaa kan mirjkaneesse 2:06:46 itti galuudhaan.

    Abarraan Rootardamitti injifatus sa’aa Fulbaana dabre Barliinitti galmeessise fooyyessuu hindandeenne. Sa’aa fooyya’aa galmessisuuf Abarraan kan hirmaate. Sun osoo hintaane hafe garuu. Kanaaf sababaan bubbee hamaa duubatti isa dhiibaa ture ta’uu eereera.

    Maaraatoonii kuni Abarraaf isa sadaffaati.

    Woldorgommii dubartoota jiddutti ta’een Maartaan 2ffaa ta’uudhaan xumurteerti.

    Admin
    Adminhttps://www.walabumedia.com/
    Researcher & blogger. Focus on Ethiopia, Oromia and the Horn of Africa. 2 Inspire Qubee Generation & Empower Afan Oromo speakers! For story tips, naqunnamaa. email awaashpost@gmail.com

    Latest articles

    Related articles

    Leave a reply

    Please enter your comment!
    Please enter your name here

    This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.