Home featured Sunnii fi Shi’aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa)

Sunnii fi Shi’aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa)

0
20

Kaliifotaa fi Imaamota, Madda Seeraa (Shari’aa), Mazhaba, Salaata, Ziyaaraa fi Ji’oopolitikaa irratti

 

Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise? Viidiyoon kun waa’ee Sunnii fi Shi’aa, tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaan jidduu jiru ilaallata. Madda odeeffannoo amanamoo irratti hundaayuudhaan, keessattuu waa’ee walmormii eenyu Khaliifaa (kaliifaa) ta’uu qabaa, Fitnaa Jalqabaa fi Lola Karbalaa irratti hubannoo madaalawaa laata. Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!

No comments

Leave a reply

Please enter your comment!
Please enter your name here

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.