Islaama maaltu Sunnii fi Shi’atti gargarbaase?
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’aatti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise? Viidiyoon kun waa’ee Sunnii fi Shi’aa, tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaan jidduu jiru ilaallata. Madda odeeffannoo amanamoo irratti hundaayuudhaan, keessattuu waa’ee walmormii eenyu Khaliifaa (kaliifaa) ta’uu qabaa, Fitnaa Jalqabaa fi Lola Karbalaa irratti hubannoo madaalawaa laata. Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!