More

    Gaafa Afrikaa

    Tarkaanfiin Irreecha Finfinnee fi Arsadii irratti fudhatame qaama sabboonummaa, tokkummaa fi duudhaa Oromoo ajjeesuuti

    Abbootiin Gadaa bitamuu ykn shira PPn gowwoomuu hin oolle Irreechi Hora Finfinnee fi Arsadii, inni bara 2020/13, irreeffatamee irra yaadatame waan jedhutu ibsa. Kunis sababa...

    Paartii bu’uuressuuf mallattoo barbaachisuu gara 4000 ol guddisuun bibixxiilamiinsa hir’isuu mala

    Naannoo Oromiyaatti paartii haarawa bu'uuressuuf mallattoon 750 gayaa ture. Maqaa paartii biyyoolessaa jedhu gonfachuuf mallattoo 1500 wolitti qabachuu qofa gaafata ture. Kun, sadarkaa Oromiyaattis...

    Manniin barnootaa 32 ol keessatti qormanni kutaa 12ffaa hatameera

    Gosi barnootaa hatamee fi qabxiin galmeeffame bakka hundatti wolfakkaata. Kun  qormaannii Finfinnee irratti hatamuu isaa mirkaneessa. Manniin barnoota naannoo Amaaraa qormanni itti hatame ykn deebiin...

    Filannoof baatii 9tu hafe. Hegereen Finfinnee maal ta’uuf?

    Filannoo ifaa fi walaba ta'e geggeessinaan  Finfinneen gara Baaldaraas/ABN deemuuf; sanuu kan yoom akka deebitu hin beekamne. Filannoon biyyoolessaa woggaa dhufu baatii Caamsaa keessa geggeeffamuuf...

    Finfinneen weerara lafaa qindaaye jalatti kufte

    Weerara kana fashalsuu fi daaraa isaan kaasuu malanitti bishaan firfirsuuf Inj Taakkalaa cinaa dhaabachuu qabna Weerarri lafaa bifa qindaayeen magaalaa Finfinnee irratti geggeeffamaa jira. Yeroo...

    Kitaabni ‘Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa’ jedhu gabaa irra oole

    Kitaabni mataduree 'Siyaasa Oromoo: Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa' jedhu eebbifamee gabaa irra ooleera. Kitaabichi kan eebbifame Ebla 3, 2019 Finfinnee Galma Giddugala...

    Gaafa Woyyaaneen tooftaa keennatti gammadde tooftaa keenna bira rakkoon jira jechuudha

    Hiriirri amma adeemaaru ajjeechaan akka nurraa dhaabatuuf kan yaadame ta’us, hiriirri kun geggeeffamuu isaattii, hunda caalatti, kan gammade TPLF/Woyyaaneedha. Woggaa 2 dura qaamni akka...

    Rakkoo Lixa Oromiyaaf falli raayyaa ittisa biyyaati

    Raayyaan ittisa biyyaa waraana karaa daangaa Somaaleetiin nurratti labsamee ture hir’isuu irratti shoora guddaa taphateera. Har'a waa'ee Liyyuu Poolisii Somaalee, humna guyyaa guyyyatti dhiiga...

    TPLF jijjiiramaaf qophiidhaa miti jetti

    TPLF hawwii ummanni Itoophiyaa jijjiiramaaf qabu simachuuf qophii akka hin taane ifa goote. Kun ifa kan ta'e kora TPLF 13ffaa tibbana Maqaletti geggeeffame irratti. TPLF...

    Latest articles