Imaayerri Osmaanii (Turkii) Kibba Baha Awurooppaatti seenaa maal hojjate?
Seenaa Islaama Awurooppaa (Impaayera Osmaan (Türkiye)). Islam in Europe (Balkans) Islaamni waggaa 500 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate, tooftaa akkamiin naannoo Balkaan, Kibba Baha Awurooppaa, akka qabate, seenaa maal fakkaatu akka hojjatee fi ashaaraa kam Awurooppaa irra akka kaayate agarsiisuuf yaalla. Kutaan 3ffaa kun Impaayera Osmaan (Türkiye ykn Turki) irratti xiyyeeffata.