More

    Saayinsii

    Steefen Hokiing roobootonni (Artificial Intelligence) dhabamiinsa sanyii namaaf sababa ta’uu danda’u jedha

    ‘Artificial intelligence’ maashinoota ykn meeshaalee (fkn roobootota) akka namaatti yaaduu fi waa hubachuu danda’aniidha. Aliens ammoo wontoota lubbuu qaban kan akka namaatti yaaduu dandan...

    Tamsaasa kallattiin ‘International Space Station-ISS’ irraa dabruun ardii daawwatuun danda’ame

    Waan gubaa, gara samii keessa oljiru beekuun hawwii fi aabjuu hedduun keenna xiqqeennaa kaasee hawwine, woliin guddanne. Gamoo hedduu dheeraa ta’e irra bahanii namoota...

    Raajii samiifi ardii madaala kanaan ilaalaa

    Wontoonni nu wojjiin ardii irra jiraatanii fi kanneen ardiin ala jiraatan waan danuudha. Irra jireessi ilma namaa jireenya isaa kan guyyaa guyyaa geggeeffachuudhaan alatti...

    Taphni viidiyoo dandeettii dafanii waabarachuu nama gonfachiisa

    Tapha viidiyoo (action video game) taphachuun muuxxannoo taphichaa horachuu qofa irratti akka hindaangofne qorannoon mul’ise. Tapha viidiyoo taphachuun wolumaagalatti dandeetti dafanii waa barachuus akka...

    Qorannoon Uumama Samii fi Lubbuu Boqonnaa Haarawa Seene

    Sadaasaa 12, 2014 seenaa guddatu hojjatame. Ilmi namaa yeroo jalqabatiif  kometii ‘comet’ (wanta plaaneetii gadii aduu irra marmaaru) irra meeshaa qorannaa saayinsii Filee (Philae)...

    Apps Barnoota Sad. 2ffaa Barattoonni akka Salphatti akka Qayyabatan Taasisan

    Barnoonni gola keessatti barsiisaan isiniif laatu qajeelatti hinhubbanee?  Heerregaa fi fiiziksiin isinitti hinjabaannee?  ‘Bilbila qaroo’ qabduu? Intarneetitti dhimma baatuu? Deebiin keessan gaafilee kanniin...

    Latest articles